Smart Phone
Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
Lakkoofsi IMEI (International Mobile Equipment Identity) jedhamu lakkoofsa addaa bilbila hundaan wal qabateedha.!-->…
Barnoota Barruulee
Godaansa gara Ameerikaa DV 2022 guutun eegalame
DV’n maali?Guutuuf ulaagaalee akkamii gaafata?Akkamittis guutuu dandeenya?
DV (Diversity Visa)’n carraa!-->!-->!-->…
Hiikkaa Google Afaan Oromoo irratti haa hirmaannuu
Afaan Oromoo Afaanota Gurguddoo Addunyaa 109 tti makamee tajaajila kennuu jalqabuuf Jechootni English Miliyoona 1!-->…
Stay With Us
Oduu Technology
Youtube seera haaraya baasen Gibira 24% isinirraa sassaaba jedha
Dhaabbanni Google hojjattoota Youtube irraa kan Ameerikaan ala jiranirraa TAX (Gibira) sassaabuf deema. Google!-->…
Recent Posts
Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
Lakkoofsi IMEI (International Mobile Equipment Identity) jedhamu lakkoofsa addaa bilbila hundaan wal qabateedha. Lakkoosfi kun baay'inni isaa dijitii 15 yoo ta'u, yeroo ariifachiisaa keessatti baay'ee barbaachisaadha.
Lakkoofsi IMEI!-->!-->!-->…
Tajaajila Ammayyaa Dhaabbatni ‘Dreamlaal’ Kennu 18
Dhaabbatni haaraan dhiheenya hundeeffame Dreamlaal tajaajiloota hedduu ifa godhee jira. hanga ammaa walii galatti tajaajila 6 Gosa tajaajilaa 18 waliin dhiheessee jira. Maxxansa har'aa keessatti maalummaa dhaabbata kanaa fi tajaajila!-->…
Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
Technology'n Deepfake bu'aalee AI (artificial intelligence) keessaa isa tokkoodha. Technology'n kun yaadni isaa turaa ta'uus dhiheenyaa kana qabatamaan hojii eegaluun isaa addunyaa sodaa keessa galchee jira.
Deepfake waggoota muraasaa!-->!-->!-->…
Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
1. Youtube galii hangam tahu namaaf kafala?
Namootni tokko tokko lakkoofsi SUBSCRIBE fi LIKE baay'achuun maallaqa akka argamsiisutti fudhatu. Garuu kuni dogongoraa dha. Subscribe fi Like baay'achuun bakka maallaqni itti argamu si geessa!-->!-->!-->…
Faayila kamuu akka yoomuu hin bannetti ol kaayachuuf
Maxxansa har'aa keessatti akkaataa faayiloota keessan (Suuraa, Sagalee, Vidiyoo, Barreeffamaa fi Lakkoofsa namootaa) ol kaayachuu dandeessan isin agarsiifna. Ati nama faayilli jalaa baduun rakkate yoo taate kuni furmaata filannoo hin!-->…
Youtube seera haaraya baasen Gibira 24% isinirraa sassaaba jedha
Dhaabbanni Google hojjattoota Youtube irraa kan Ameerikaan ala jiranirraa TAX (Gibira) sassaabuf deema. Google dhaabbata Ameerikaa guddaa yemmuu ta'u tajaajiloota hedduu kenna. Tajaajila isaa keessa tokko Youtube dha. kana dura Google!-->…
Bilbila siif bilbilamu osoo harkaan hin tuqin kaasuf
Bilbila siif bilbalamu osoo harkaan Mobaayila hin tuqin kaasuf sababootni si barbaachisan hedduun jiraachuu danda'u. Fakkeenyaf; Yeroo harki kee lameen hojii qabee jiru, Yeroo konkolaataa ykn saayikila oofaa jirtu, yeroo Tapha taphachuuf!-->…
Newsletter

Subscribe our newsletter to stay updated.
Powered by