Misseejii haqame guutuu nagayaan argadhu Photo fi Video – WhatsDelete

Whatsappii irratti waan qalbii nama rarraasu keessaa tokko Ergaa (misseejii) nuuf ergamee osoo nuti hin argin nu jalaa haqameedha. wanti nuuf ergamee ture suni maaluma ta’a kan jedhuun yaaduu dandeenya. Garuu furmaatni ni jira inniis Aappii dabalataa WhatsDelete jedhamu download gochuun itti gargaaramuu dandeenya. Namni kamuu ergaa (misseejii) nuuf ergee yoo haqe hin milkaa’u. Namtichi ergaa haqe sana akka nu biraa haqametti yaadaa nuti immoo guutuu isaa argannee jirra jechuudha.

Aappiin WhatsDelete jedhamu kun Ergaa (misseejii) nu jalaa haqame hunda of keessatti kuusatee qabata. Barruu, Suuraa, Vidiyoo fi faayila adda addaallee nu kuusata. Kana booda Namni ergaa nuuf ergee deebi’ee haqu itti yaaduu qaba, waan guututti itti hin amanne tokko nutti erguu hin qabu, Nutillee yoo ta’e waan 100% itti hin amanne tokko namootaf erguu hin qabnu.

WhatsDelete gad buufachuuf ⇣
https://play.google.com/store/apps/details?id=the.hexcoders.whatsdelete&hl=en

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time