• Tuesday, July 22, 2025
  • Home
  • Privacy Policy
  • Contact Us
  • About Us

OROMIASAM

  • Home
  • Smart Phone
  • Barruulee
  • Suur-Sagalee
  • Oduu Technology
  • Oduu Biroo
  • Computer
  • Application
OROMIASAM
  • Home
  • abdulwasii _Omar
  • Page 9

Author

abdulwasii _Omar 180 posts 51 comments

Barruulee

Jechoota ICT faayidaa gurguddaa qaban hiikaa isaanii fi faayidaa isaanii

abdulwasii _Omar Aug 7, 2020 0
1. Blacklist :- Hiikoon isaa 'Galmee gurraacha' jechuudha. Faayidaan isaa hayyama dhorkuudha.2. Cookie :- Broowserii kompiitaraa yammuu seennee baanutti, kompiitarichi fuula website sanaa save godhee kan inni qabatuudha. Faayilli kun…
Barruulee

Bilbila tokko orijinaala ykn koppii ta’uu isaa baruuf

abdulwasii _Omar Aug 6, 2020 0
Bilbila android yammuu bitachuuf gara mana elektrooniksii deemtan orijinaala ykn koppii ta'uusaa adda baastanii ilaaltanii beektuu? Yoo maal ta’e koppiidha jettu? Yoo maal ta’e immoo orijinaala jettanii bitattu?Yeroo baay'ee namoonni…
Barruulee

Memory fi Flash xixiqqoo guddisuuf

abdulwasii _Omar Aug 4, 2020 0
Memory card fi Flash 2GB, 4GB fi 8GB irraa gara 16GB tti guddisuufKompiitara fayyadamuun memory card fi flash xixiqqoo ta'an salphaatti gara 16GB tti guddisuun ni danda'ama. Kuniis namoota storage bilbila keessanii xiqqaatee isin rakkisuuf…
Barruulee

Telegram keenya hatamuu fi dhiisuu maalin beekna? Yoo hatame hoo furmaatni isaa maali?

abdulwasii _Omar Aug 4, 2020 0
Telegraamiin keenya hatamuu fi dhiisuusaa maalin beekna? Yoo hatame hoo furmaanni isaa maali? Akka deebi'ee hin hatamneef maal gochuu qabna? Telegraamiin akkuma whatsapp, viber, imo, tango fi kkf 'messagging application' jalatti kan…
Barruulee

Kompiitara keenya Antivirus gosa kamiin fayyadamuu qabna?

abdulwasii _Omar Aug 4, 2020 1
Antivirus program ykn Antivirus software kan jedhamu softiweera kompiitara keenya balaa vaayirasii garaagaraa irraa ittisuu fi vaayirasii kompiitara keenya keessa jiran balleessuun nageenya kompiitara keenyaa kan eegudha. Kompiitara…
Barruulee

Maallaqa xiqqoon interneetii yeroo dheeraa fayyadamuuf

abdulwasii _Omar Aug 4, 2020 0
Maallaqa xiqqoon interneetii yeroo dheeraa fayyadamuuf maloota salphaa nu gargaaran Baayeen keenya 'data' dhaan yeroo internetii fayyadamnutti maallaqni keenya yeroo gabaabaa keessatti dafee dhumuun nu rakkisa. Kanaaf maxxansa kana…
Barruulee

Password yoo dagattan faayilli keessan osoo hin haqamin banuuf

abdulwasii _Omar Aug 3, 2020 0
Bilbila keessan Password ykn Pattern yoo dagattan faayila keessan osoo hin balleessin akkaataa itti banuu dandeessan.Yeroo baay'ee Bilbila android password ykn pattern keenya sababa garagaraan dagachuu dandeenya. Yeroo kanatti bilbila…
Barruulee

Bilbila keenya yoo faayyadamnu of eeggannoo taasisuu qabnu fi wantoota ijoo irraa of qusachuu qabnu

abdulwasii _Omar Aug 3, 2020 0
Bilbila guyyaa guyyaan yeroo fayyadamnu keessatti osoo hin beekin miidhaan gurguddaan battalatti ykn suutaan nurra gahuu danda'an hedduutu jiru. isaan keessaa yeroo baay'ee irra deddeebiin kan mul’atan fi of eeggannoo gochuu qabnu akka…
Barruulee

Mobaayila keenya “Root” gochuun faayidaa isaa fi miidhaa isaa

abdulwasii _Omar Aug 3, 2020 1
Bilbila Root gochuu jechuun maal jechuudha? Faayidaan isaa maali? Miidhaan isaahoo? Yeroo amma namoonni baay’een bilbila root gochuu akka argannoo haaraa faayidaa ol'aanaa qabuutti ilaaluun bilbilasaanii root gochuurratti argamu.…
Barruulee

Bilbila hatame eessa akka jiruu fi eenyu akka faayyadamaa jiru beekuf

abdulwasii _Omar Aug 3, 2020 0
Bilbilli android yoo nu jalaa bade ykn hatame eessa akka jiruu fi eenyu akka faayyadamaa jiru beekuun argachuu ni dandeenya. Bilbilli keessan haala hin beekamneen isin harkaa baduu ykn hatamuu danda'a. Yeroo kanatti waajjira poolisiitti…
Older Posts
Newer Posts
Stay With Us
  • 20,881 Likes
  • 12,578 Followers
  • 65,005 Subscribers
  • 3,560 Friends
  • 8,900 Followers
Recent Posts
  • Godaansa Gara Ameerikaa Guutun jalqaba
  • Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
  • Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
  • Bilisummaa Oromoof carraaquu
  • Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
Categories
  • Application 14
  • Barruulee 92
  • Computer 9
  • Download & Link 17
  • Oduu Biroo 2
  • Oduu Technology 15
  • Smart Phone 52
  • Software 2
  • Suur-Sagalee 22
Subscribe and Enjoy!
Subscribe and Enjoy!

Subscribe our newsletter to stay updated.

  • Facebook Join us on Facebook
  • Twitter Join us on Twitter
  • Youtube Join us on Youtube
  • Instagram Join us on Instagram
  • Telegram Join us on Telegram
  • Tumblr Subscribers
  • Linkedin Follow us
  • Home
  • Privacy Policy
  • About Us
  • Contact Us
© 2021- All Rights Reserved.
Website Design: abdulwasi
You cannot print contents of this website.
Sign in
  • Likes
  • Followers
  • Subscribers
  • Followers
  • Friends

Welcome, Login to your account.

Forget password?
Sign in

Recover your password.

A password will be e-mailed to you.