• Tuesday, July 22, 2025
  • Home
  • Privacy Policy
  • Contact Us
  • About Us

OROMIASAM

  • Home
  • Smart Phone
  • Barruulee
  • Suur-Sagalee
  • Oduu Technology
  • Oduu Biroo
  • Computer
  • Application
OROMIASAM
  • Home
  • abdulwasii _Omar
  • Page 8

Author

abdulwasii _Omar 180 posts 51 comments

Barruulee

Netwoorkii 1G, 2G, 3G, 4G fi 5G jechuun maal jechuudha?

abdulwasii _Omar Aug 13, 2020 0
Hundi keenya Netoorkii 1G, 2G, 3G, 4G fi 5G yogguu jedhamu dhagahuu dandeenya. Garuu kanneen maalummaa fi faayidaalee netoorkii kanaa adda baasanii beekan muraasa. Addunyaa kanarra netwoorkii 1G - 5G jedhamutu jira. Dursa bara 1980moota…
Barruulee

Interneetii Laptop keessan irra jiru mobaayila keessan irratti fayyadamuuf

abdulwasii _Omar Aug 13, 2020 0
Akkuma beekamu interneetii laptop irra jiru Bilbila keenyarratti fayyadamuuf software nu barbaachisa. Garuu akkaataa amma ilaallu kanaan softweeriin jiraachuun dirqamaa miti. Sooftweerii tokko malee interneetii Laptop keessan irra jiru…
Barruulee

Bilbila kee guututti Format gochuun dura waa 3 beeki

abdulwasii _Omar Aug 13, 2020 0
Bilbila kee Hard Reset/Restory & factory osoo hin godhin dura wantoota ijoo kana sadan qalbeeffadhu. Yeroo tokko tokko sababa garagaraan bilbila keenya Reset gochuu dandeenya. Kuniis bilbila rakkoon keessoo isaatti baay’ateef yeroo…
Barruulee

Bilbilaa fi kompiitarri keessan stack/busy akka hin taane gochuuf

abdulwasii _Omar Aug 13, 2020 0
Stack/busy: jechuun kompiitarri ykn mobaayiliin keenya osoo waa tokko ittiin fayyadamnuu waan barbaadame dafee yoo raawwachuu didu ykn hojii dhaabu jechuudha. Kun yeroo baay'ee kan nama mudatu waan ta’eef faloota kana ittisan…
Barruulee

Memory card tokko orijinaala ykn koppii ta’uusaa maalin beekna?

abdulwasii _Omar Aug 11, 2020 0
Memory card bituuf manneen Elektrooniksii ykn namarraa yoo bituuf jettan orijinaala ykn koppii ta'uusaa adda baastanii beektuu? Maaliin beektu? Barreeffama meemooricharra jiru ilaaltanii orijinaala jettanii bittu ta’a, ykn koppiidha…
Barruulee

Rakkoolee keessoo mobaayila keenyarratti baay’inaan mul’atanii fi furmaata isaanii

abdulwasii _Omar Aug 11, 2020 0
Yeroo baay’ee Appii mobaayila keenyarra jiru fayyadamuuf yoo seenuuf jennu ergaa (message) armaan gadii fi kkf nuuf fidee appicha nuuf banuu dida. isaanis:- This application stopped workingCrashingWon't Open "Won't RespondIsn't working…
Barruulee

Bilbilli android maalif ‘App not installed’ jedhee app barbaanne install gochuu dida?

abdulwasii _Omar Aug 11, 2020 0
Bilbilli android maaliif 'App not installed' jedhee app keenya install gochuu dida? Furmaatn isaahoo maali? Appii haaraa tokko install gochuuf yoo jennu 'App not installed' kan jedhuuf sababoota gurguddoo 8 qaba. Isaanis: App…
Barruulee

Kompiitara faayyadamuun bilbila namootaa too’achuun akkamitti?

abdulwasii _Omar Aug 9, 2020 0
Sooftweerii kompiitaraa Androrat (Android Remote Administration Tool) jedhamu fayyadamuun bilbila android ta’e too'achuun ni danda'ama. Kuniis gama tokkoon faayidaa kan qabu yoo ta'u gama kaaniin ammoo yakkaadha. Kanaafuu, barnootaawwan…
Barruulee

Facebook irratti vidiyoo fedha keenya malee ofiin play ta’u dhorkuuf

abdulwasii _Omar Aug 9, 2020 0
Bilbila keessan ykn kompiitara keessanirratti maxxansaawwan jiran (newsfeed) yeroo ilaaltanitti vidiyoowwan maxxanfamanii jiran ofii isaanitiin play ta’u. inniis fedha keenyaan ala jechuudha. kuni immoo Data fi Battery keenya dafee akka…
Barruulee

Bilbila keessan irratti vidiyoo edit gochuuf Appii filatamoo ta’an 10

abdulwasii _Omar Aug 7, 2020 4
Vidiyoo tokko bifa ammayyaatin edit gochuuf kompiitara fayyadamuun dirqamaa miti. Moosajiiwwan (Aappiwwan) bilbila android irratti vidiyoo edit gochuuf nu gargaaran hedduutu jira. moosaajin gurguddaan akka kompiitaraatti bareechanii edit…
Older Posts
Newer Posts
Stay With Us
  • 20,881 Likes
  • 12,578 Followers
  • 65,005 Subscribers
  • 3,560 Friends
  • 8,900 Followers
Recent Posts
  • Godaansa Gara Ameerikaa Guutun jalqaba
  • Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
  • Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
  • Bilisummaa Oromoof carraaquu
  • Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
Categories
  • Application 14
  • Barruulee 92
  • Computer 9
  • Download & Link 17
  • Oduu Biroo 2
  • Oduu Technology 15
  • Smart Phone 52
  • Software 2
  • Suur-Sagalee 22
Subscribe and Enjoy!
Subscribe and Enjoy!

Subscribe our newsletter to stay updated.

  • Facebook Join us on Facebook
  • Twitter Join us on Twitter
  • Youtube Join us on Youtube
  • Instagram Join us on Instagram
  • Telegram Join us on Telegram
  • Tumblr Subscribers
  • Linkedin Follow us
  • Home
  • Privacy Policy
  • About Us
  • Contact Us
© 2021- All Rights Reserved.
Website Design: abdulwasi
You cannot print contents of this website.
Sign in
  • Likes
  • Followers
  • Subscribers
  • Followers
  • Friends

Welcome, Login to your account.

Forget password?
Sign in

Recover your password.

A password will be e-mailed to you.