Browsing Tag

Telegram

Barnoota Telegram kutaa 4ffaa

Hedduun keenya telegraama kan faayyadamnu ergaa namaaf erguu fi fudhachuu qofaafi. Haa ta’uu malee telegraamni qabiiyyee gaarii namoonni baay’een hin beekne of keessaa qaba. Barnoota Telegram kutaa Afraffaa kana keessatti Qabiiyyee

Barnoota Telegram kutaa 3ffaa

Appii Telegraamaa isa kam yoo fayyadamne gaariidha? Garaagarummaa akkamii qaba? Appiin telegraamaa gosa hedduutu jiru. isaan keessaa Telegram, Telegram plus, mobo plus, mobogram, fastgram, vido plus, Telepro (saffisni garuu xiqqaadha),

Barnoota Telegram kutaa 2ffaa

Telegraama yeroo faayyadamnutti yoomeessaawwan (settings) gaarii ta'an fi akkasuma dhoksaawwan faayidaalee hedduu qaban ni jiru. kanaaf kuataa kana keessatti baay'ee barbaachsioo kan ta'an filannee ilaalla. 1. Username uummachuu

Barnoota Telegram Kutaa 1ffaa

Waa'ee telegramaa hangam beektu? Teelegraamni tajaajila yoom jalqabe? Miidiyaalee hawaasaa kan biroorraa maaltu adda isa godha?Teelegraamni kan tajaajila jalqabe 2013 G.C yoo ta’u, namoota lama Nikolai fi Pavel Durov jedhamaniin kan