• Wednesday, July 16, 2025
  • Home
  • Privacy Policy
  • Contact Us
  • About Us

OROMIASAM

  • Home
  • Smart Phone
  • Barruulee
  • Suur-Sagalee
  • Oduu Technology
  • Oduu Biroo
  • Computer
  • Application
OROMIASAM
  • Home
  • abdulwasii _Omar
  • Page 2

Author

abdulwasii _Omar 180 posts 51 comments

Computer

Teamviewer Maali? Akkamitti Itti Faayyadamna?

abdulwasii _Omar Feb 28, 2021 2
Maxxansa har’a keessatti akkaataa itti faayyadama softweera ‘Teamviewer’ ilaalla. softweerri kun faayidaalee hedduu kan qabu yemmuu ta’u yeroo ammaa bal’inaan hojirra oolaa jira. Fkn, Isin hojiidhaaf bakka fagoo osoo jirtanii yoo…
Application

Waa’ee Vaayirasii bilbilaa hangam beektu?

abdulwasii _Omar Oct 20, 2020 3
Qiinqanii (virus) jechuun koodii kompiitaraa ykn kan progiraamaa yemmuu ta'u, yeroo hedduu kan uumamu namoota ogummaa kompiitaraa gad fageenyan qabaniin hojjatama. Vaayirasiin gosoota hedduutu jira. isaan keessaa: Spyware virus, Malware…
Computer

Laptop chaarjii irra godhanii faayyadamuun Baatirii ni miidhaa?

abdulwasii _Omar Oct 18, 2020 4
Baatiriin Laptoppii qaamolee barbaachisoo Laaptoppii keessaa isa tokko dha. Garuu namoonni baay'een yeroo Laptoppii bitan dandeettii kompiitarichaa, RAM fi CPU malee waa'ee baatirii isaaf yogguu xiyyeeffannaa kennan hin mul'atu. Yeroo…
Smart Phone

Mana suphaa mobaayilaa banachuuf meeshaalee barbaachisan 14

abdulwasii _Omar Oct 17, 2020 1
Addunyaa yeroo ammaa keessatti Mobaayilli harkaa Technology ariitin guddataa jiruudha. akkuma biyya keenyatti yoo ilaalle faayyadamtoonni mobaayila harkaa Mill. 44.5 darbee jira. kun immoo akka biyya keenyattiis ta'ee, akka addunyaatti…
Computer

Youtube irraa Vidiyoo download gochuuf Software filatamoo 3

abdulwasii _Omar Oct 13, 2020 0
Vidiyoo youtube akka feenetti daawwachuu ni dandeenya, garuu kallattiin akka barbaannetti buufachuu hin dandeenyu. Dirqama addatti sooftweerii nu tajaajilan kan biroo faayyadamuu qabna ykn online irratti marsaariitii vidiyoo download…
Application

Barnoota Telegram kutaa 8ffaa – waa’ee Bot baradhu

abdulwasii _Omar Oct 11, 2020 0
Telegram irratti Bot faayyadamuun Appii playsore fi website kamirraayyuu jiru buufachuu fi suuraa barreeffama qabu irraa barreeffama isaa qofa karaan ittiin fudhachuu dandeenyu. 1. Bot Appii barbaadne ittiin buufannu Appii update…
Computer

Maloota 5 faayila kompiitara irraa bade deebisnee ittiin argannu

abdulwasii _Omar Oct 10, 2020 0
Faayilli kompiitara keenya irraa haala garaagaraan baduu danda'a. Akkasumas dogoggoraan faayila barbaachisaa ta'e balleessuu dandeenya. Faayila akka tasaa bade argachuuf maloota shan isiniif dhiyeessineerra. 1. Recycle bin keessa check…
Barruulee

Godaansa gara Ameerikaa DV 2022 guutun eegalame

abdulwasii _Omar Oct 10, 2020 25
DV’n maali?Guutuuf ulaagaalee akkamii gaafata?Akkamittis guutuu dandeenya? DV (Diversity Visa)’n carraa lootarii gara biyya Ameerikaatti nu galchu yoo ta’u ‘Green Card Lottery’ jedhamuunis ni waamama. Addunyaa kanarraa biyyi wanta kana…
Oduu Technology

Dhaabbanni Apple doolaara 288,500 Garee hacker’ootaf kenne

abdulwasii _Omar Oct 9, 2020 0
Dhaabbanni Technology beekamaan Addunyaa kanaa Apple kan bilbilootaa fi Kompiitaroota gosa Apple oomishuun beekamu garee hatuxxeewwanii namoota shan of keessaa qabuuf doolaara 288,500 kenne. Dhaabbanni Apple doolaara USA 288,500 kana…
Application

Barnoota Telegram kutaa 7ffaa – waa’ee Bot bardhu

abdulwasii _Omar Oct 9, 2020 1
Bot telegramaa faayyadamuun jecha kamiiyyuu gara afaanota addunyaa irra jiranitti hiikuu akka itti dandeenyu fi odeeffannoo dhibee koroonaa biyya keessaa ittiin argannu. Barannoo kana keessatti bot lamaa fi faayyadama isaanii kan…
Older Posts
Newer Posts
Stay With Us
  • 20,881 Likes
  • 12,578 Followers
  • 65,005 Subscribers
  • 3,560 Friends
  • 8,900 Followers
Recent Posts
  • Godaansa Gara Ameerikaa Guutun jalqaba
  • Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
  • Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
  • Bilisummaa Oromoof carraaquu
  • Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
Categories
  • Application 14
  • Barruulee 92
  • Computer 9
  • Download & Link 17
  • Oduu Biroo 2
  • Oduu Technology 15
  • Smart Phone 52
  • Software 2
  • Suur-Sagalee 22
Subscribe and Enjoy!
Subscribe and Enjoy!

Subscribe our newsletter to stay updated.

  • Facebook Join us on Facebook
  • Twitter Join us on Twitter
  • Youtube Join us on Youtube
  • Instagram Join us on Instagram
  • Telegram Join us on Telegram
  • Tumblr Subscribers
  • Linkedin Follow us
  • Home
  • Privacy Policy
  • About Us
  • Contact Us
© 2021- All Rights Reserved.
Website Design: abdulwasi
You cannot print contents of this website.
Sign in
  • Likes
  • Followers
  • Subscribers
  • Followers
  • Friends

Welcome, Login to your account.

Forget password?
Sign in

Recover your password.

A password will be e-mailed to you.