• Wednesday, July 23, 2025
  • Home
  • Privacy Policy
  • Contact Us
  • About Us

OROMIASAM

  • Home
  • Smart Phone
  • Barruulee
  • Suur-Sagalee
  • Oduu Technology
  • Oduu Biroo
  • Computer
  • Application
OROMIASAM
  • Home
  • abdulwasii _Omar
  • Page 14

Author

abdulwasii _Omar 180 posts 51 comments

Barruulee

Youtube irratti Nyaata bilcheessuu nama barsiisi, madda galii dabalata uummadhu – Cooking…

abdulwasii _Omar Mar 9, 2020 1
Yeroo ammaa mana ofii taa'anii online irratti hojjachuun salphatee jira, ajaja nama tokkoo malee ofii keetii of ajajuun, yeroo sitti tole hojjattee yeroo sitti hin tolin ofirraa boqachuu dandeessa. maalif yeroo kanatti boqatte namni siin…
Oduu Technology

Bilbiloonni biliyoona tokkotti siqan rakkoof saaxilamuu danda’u

abdulwasii _Omar Mar 8, 2020 0
Mobaayiloonni Android biliyoona tokko tahan rakkoo nageenyaa kan tiksu (security update) adda cituun wal qabatee rakkoo kuusaa odeffannoof akka saaxilaman ibsame. 'Security update' hojii dhaabun isaa bilbiloonni hedduun hanna odeeffannoo,…
Barruulee

Laptopi yoo bittan wantoota beekuu qabdan 9

abdulwasii _Omar Mar 6, 2020 6
Koompiitaroonni akka laptopi yeroo ammaa kanatti filannoo namoota hedduu ta'ee jira. barataa kaasee hamma hojjattoota mootummaatif faayidaa guddaa kennaa jira. Namoonni sadarkaa barnootaafi dandeettii hin qabnees laptopi bitatanii irraa…
Oduu Technology

Abbaan qabeenyaa facebook akkamitti Biliyeenara ta’e?

abdulwasii _Omar Mar 5, 2020 0
Abbaan qabeenyaa Facebook Mark Zuckerberg akkamitti Biliyeenara ta'e?Facebook jechuun isiniif tajaajila wal qunnamtii fi yaada keessan bilisaan irratti ibsattan ta'uu mala. Garuu kubbaaniyyoota, dhaabbilee fi namoota adda addaatiif bakka…
Download & Link

Aappii ‘Jechoota Hayyoota Oromoo’ of keessatti qabate

abdulwasii _Omar Feb 25, 2020 1
Aappii Jechoota Hayyootaa version 1.2 (kan duraa) https://bit.ly/3a16jf5 Aappii Jechoota Hayyootaa version 1.3 (kan ammaa) https://bit.ly/38S2R6p Kanneen asii gadii of keessaa qabu. Jechoota Qabsoo Jechoota…
Barruulee

Facebook keessan salphatti akka hatamuuf balleessaa isin hojjattan 4

abdulwasii _Omar Feb 16, 2020 1
Faayyadamtoonni miidiyaalee hawaasa yeroo yeroon dabalaa deema. kana keessaa Facebook adda dureedha. Haa ta'uu malee yeroo adda addaatti namoonni waan godhamuu qabu dhiisun ykn dagatuun Accountiin isaanii hattoota harka yeroo seenu ni…
Barruulee

Bilbilli keessan miidhaaf akka hin saaxilamneef of eeggannoo godhamu 7

abdulwasii _Omar Feb 14, 2020 1
Bilbiloonni Ammayyaa Hanna Odeeffannoofi Miidhaaf akka hin Saaxilamne of Eeggannoon yeroo mara taasisuu qabnu. Tajaajilaafi Barbaachisummaan Bilbiloota Ammayyaa akkuma dabalaa deemuun Xiyyeeffannoon Hattoota Odeeffannoo fi faayilaa dabalaa…
Barruulee

Boorsaa maallaqaa haaraya STC PAY jedhamu – Saudi Arabia

abdulwasii _Omar Feb 10, 2020 0
Dhaabbanni Telecomi Sa'uudi Arabiyaa STC ykn SAWA jedhamuun beekamu dhiheenya kana tajaajila haaraya hojirra oolchee jira, tajaajilli kuniis STC PAY jedhamuun beekama, Tajaajilli kun namoonni salphatti maallaqa akka waliif dabarsaniif kan…
Oduu Technology

Whatsappin Maamiloota isaa hedduu irraa Tajaajila dhaabe

abdulwasii _Omar Feb 2, 2020 0
Whatsappin Mobaayiloota duraanii kan yeroon irra darbe tajaajila isaa guututti dhaabe, Guyyaa kaleessaa February 1,2020 irraa eegalee whatsappin Maamilota isaa miliyoonan lakkaayaman irraa tajaajila dhaabuu beeksise. Sababni tajaajilli kun…
Barruulee

Mobaayila Ammayyaa gatii jiddu galeessan 2020

abdulwasii _Omar Jan 31, 2020 0
Akkuma beekamu yeroo yeroon mobaayioonni ammayyaa gosa hedduutu oomishama, akkuma mobaayilli orjinaalli gabaaf dhihaatu kan fakkeessanii gabaaf dhiheessan ni jiru, Nuti yogguu mobaayilaas tahee waan barbaanne tokko bituu karoorsine dursa…
Older Posts
Newer Posts
Stay With Us
  • 20,881 Likes
  • 12,578 Followers
  • 65,005 Subscribers
  • 3,560 Friends
  • 8,900 Followers
Recent Posts
  • Godaansa Gara Ameerikaa Guutun jalqaba
  • Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
  • Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
  • Bilisummaa Oromoof carraaquu
  • Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
Categories
  • Application 14
  • Barruulee 92
  • Computer 9
  • Download & Link 17
  • Oduu Biroo 2
  • Oduu Technology 15
  • Smart Phone 52
  • Software 2
  • Suur-Sagalee 22
Subscribe and Enjoy!
Subscribe and Enjoy!

Subscribe our newsletter to stay updated.

  • Facebook Join us on Facebook
  • Twitter Join us on Twitter
  • Youtube Join us on Youtube
  • Instagram Join us on Instagram
  • Telegram Join us on Telegram
  • Tumblr Subscribers
  • Linkedin Follow us
  • Home
  • Privacy Policy
  • About Us
  • Contact Us
© 2021- All Rights Reserved.
Website Design: abdulwasi
You cannot print contents of this website.
Sign in
  • Likes
  • Followers
  • Subscribers
  • Followers
  • Friends

Welcome, Login to your account.

Forget password?
Sign in

Recover your password.

A password will be e-mailed to you.