• Wednesday, July 23, 2025
  • Home
  • Privacy Policy
  • Contact Us
  • About Us

OROMIASAM

  • Home
  • Smart Phone
  • Barruulee
  • Suur-Sagalee
  • Oduu Technology
  • Oduu Biroo
  • Computer
  • Application
OROMIASAM
  • Home
  • abdulwasii _Omar
  • Page 13

Author

abdulwasii _Omar 180 posts 51 comments

Barruulee

Mana kankee taa’un hojii hojjattee maallaqa argachuuf – በኦንላይን የሚሰሩ ስምንት ስራዎች

abdulwasii _Omar Apr 9, 2020 1
Akkamitti mana kee taa’uun hojii hojjettee maallaqa argachuu dandeessa? Baayyeen keenya hojii kan hojjennu mana hojii deemneetidha (bakka hojiin itti hojjetamu). Namoonni addunyaa keenyaa kanneen Teknooloojiitiin fagaatan hojii mana…
Download & Link

Vidiyoo Youtube irraa Facebook irratti share gochuuf iccitii faayidaa qabeessa ta’e

abdulwasii _Omar Apr 9, 2020 0
Ati Youtube irratti vidiyoo ni hojjattaa? Vdiyoo keetif hordoftoota hedduu ni barbaaddaa?Vidiyoo kankee Facebook irratti share ni gootaa? Marsaariitii isin gargaaran jaha (6) keessaa tokko faayyadamun hordoftoota facebook irraa…
Barruulee

Sababa Vaayirasii Koroonaatiif hojii keessan hojjachuuf rakkattanii jirtuu?

abdulwasii _Omar Apr 8, 2020 0
Sababa Vaayirasii Koroonaatiif hojii keessan hojjechuuf rakkattaniittuu? Filannoowwan Teknooloojii kana fayyadamaa!!COVID-19 addunyaa keenyaaf dhukkuba mataa ta’uu isaatiin namoota hedduu dirree hojiirraa ala gochuun isaa kan beekamudha.…
Barruulee

Hanna karaa Email’n raawwatamu jalaa bahuuf Of eeggannoo taasifamuu qaban

abdulwasii _Omar Apr 8, 2020 1
Hanni odeeffannoo akkaawontii ergaa-E (E-mail) irratti taasifamu kan akkamiiti? Akkamittis ofirraa eeguu dandeenya? Fiishiingiin (Phishing) miidhaa Saayiberii keessaa isa tokko yoo ta’u, hanna odeeffannoo ergaa-E (email) keenya bu’uura…
Barruulee

Faayidaa Furtuuwwan Kompiitara keenyaa kanneen F1 – F12 beektuu laata?

abdulwasii _Omar Apr 7, 2020 0
Maxxansa kana keesstti faayidaalee Furtuu F1 irraa hanga F12 jiranii isiniif himna. itti faayyadama furtuuwwan kanneenii kana dura ni beektu yoo ta'e gaaridha. Yoo hin beeknes hin dhiphatiinaa! Furtuuwwan kunneen faayidaa hedduu qabuu Nuti…
Download & Link

Aappii yaada kankee Gara Vidiyootti siif jijjiiru ‘Plotagon’

abdulwasii _Omar Apr 7, 2020 0
Plotagon maali? Plotagon faayyadamuun yaada kankee gara vidiyootti jijjiiruu ni dandeessa Ykn salphamatti Animation Video hojjachuunii ni dandeessa. Fakkeenya Koomeedii, Diraamalee fi wantoota nama booharsanii fi Barsiisan ittiin…
Barruulee

Bilbilli keessan osoo fayyadamtanii gidduutti ni dhaabbataa? Maaliif? Furmaanni isaahoo?

abdulwasii _Omar Apr 7, 2020 0
Fix: Unfortunately, settings has stopped‼ Bilbila keessan yeroo dheeraa yoo fayyadamtan ni harkifata ykn immoo yoo cuqaastan callisee dhaabbata. gabaabumatti ajaja keessan hin fudhatu jechuudha. Bilbilli keessan baayyee kan suuta jedhu…
Barruulee

Wantoota gurguddoo 5 yeroo Bilbila saamsangii bittan adda baasuu qabdan.

abdulwasii _Omar Apr 6, 2020 0
Bilbiloonni Saamsangii akka addunyaatti barbaadamummaan isaanii baayyee ol’aanaadha. Akkuma barbaadamummaan isaanii dabalaa adeemu, bilbila Xabboo (Original) fakkeeffamuun bilbiloonni Saamsangii biyya Chaayinaatti dalagamanis baayyee…
Oduu Technology

Google dhukkuba Koroonaa (COVID-19) ittisuudhaaf sochii namootaa ifa akka taasisu beeksise

abdulwasii _Omar Apr 6, 2020 0
Googiliin dhukkuba Koroonaa (COVID-19) ittisuudhaaf odeeffannoo sosochii namaa akka ifa taasisu beeksise, Odeeffannichi sosochii fayyadamtoota isaa biyyoota 131 keessa jiran marsariitii adda ta’erratti kan ifa ta’u yoo ta’u, namoonni…
Download & Link

Anony Tun sirritti hojjatu download gochuuf

abdulwasii _Omar Mar 27, 2020 0
Anony Tun haaraya kan sirritti hoojjatu gad buufachuufhttps://drive.google.com/file/d/1yx6IxUz-GMuPdm59Um3MUWZJt0d9tY7R/view?usp=drivesdk VPN Anony Tun jedhamu maalif faayyada?Aappiin 'Anony Tun' jedhamu kun VPN yommuu ta'u Aappota…
Older Posts
Newer Posts
Stay With Us
  • 20,881 Likes
  • 12,578 Followers
  • 65,005 Subscribers
  • 3,560 Friends
  • 8,900 Followers
Recent Posts
  • Godaansa Gara Ameerikaa Guutun jalqaba
  • Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
  • Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
  • Bilisummaa Oromoof carraaquu
  • Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
Categories
  • Application 14
  • Barruulee 92
  • Computer 9
  • Download & Link 17
  • Oduu Biroo 2
  • Oduu Technology 15
  • Smart Phone 52
  • Software 2
  • Suur-Sagalee 22
Subscribe and Enjoy!
Subscribe and Enjoy!

Subscribe our newsletter to stay updated.

  • Facebook Join us on Facebook
  • Twitter Join us on Twitter
  • Youtube Join us on Youtube
  • Instagram Join us on Instagram
  • Telegram Join us on Telegram
  • Tumblr Subscribers
  • Linkedin Follow us
  • Home
  • Privacy Policy
  • About Us
  • Contact Us
© 2021- All Rights Reserved.
Website Design: abdulwasi
You cannot print contents of this website.
Sign in
  • Likes
  • Followers
  • Subscribers
  • Followers
  • Friends

Welcome, Login to your account.

Forget password?
Sign in

Recover your password.

A password will be e-mailed to you.