Vidiyoo Youtube irraa Facebook irratti share gochuuf iccitii faayidaa qabeessa ta’e

  • Ati Youtube irratti vidiyoo ni hojjattaa?
  • Vdiyoo keetif hordoftoota hedduu ni barbaaddaa?
  • Vidiyoo kankee Facebook irratti share ni gootaa?

Marsaariitii isin gargaaran jaha (6) keessaa tokko faayyadamun hordoftoota facebook irraa kallattiin gara chaanaala keessanii butuu ni dandeessu. akkuma beekamu liinkii vidiyoo keessanii facebook irratti share yoo gootan suuraa thumbnail xiqqeessuu danda’a, akkasuma namoonni Subscribe fi Like akka isiniif hin taasifneef gufuu itti ta’uu danda’a.

Kanaaf jalqaba mala kana faayyadamuun filatamaadha. Liinkii vidiyoo keessanii Marsiiriitii asii gadii keessa kaayun liinkii akka haarayatti isiniif kennamu fudhattanii facebook irratti share yoo gootan gaarii ta’a, Fkn, Namni Subscribe fi Like isin gochuu danda’a, suuraan thumbnail guddatee mul’ata, sababa kanaaf namoota dabalataa hedduu gara chaanaala keessanii harkisuu ni dandeessu.

  1. fblinker.com
  2. yt2fb.com
  3. youtubetofb.com
  4. thumbtube.com
  5. you2u.be
  6. picsee.co

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time