Anony Tun sirritti hojjatu download gochuuf

Anony Tun haaraya kan sirritti hoojjatu gad buufachuuf
https://drive.google.com/file/d/1yx6IxUz-GMuPdm59Um3MUWZJt0d9tY7R/view?usp=drivesdk

VPN Anony Tun jedhamu maalif faayyada?

Aappiin ‘Anony Tun’ jedhamu kun VPN yommuu ta’u Aappota ugguraman kan osoo interneetin hojjatuu hojjachuu didan hunda ni hojjachiisa. Warrootni Saud Arabiyaa fi biyyoota tokko tokko keessa jiraatanif ammoo Anony Tun faayyadamuun interniiita bilaashatti argatu ykn kaffaltii xiqqoon yeroo dheeraa itti faayyadamu.

Fkn, Saud Arabia keessatti siim-kaardii zain fii mobily irratti kafaltii xiqqoon yeroo dheeraafi Data hanga kennameefi olitti faayyadamuu ni danada’u. Dhaabbanni Zain jedhamu Data yogguu gurguru sababa kaffaltii hedduu hin kafalle jedhuun Aappii hanga tokko sijalaa uggura, Ati yeroo sanatti VPN akka Anony Tun yoo itti faayyadamte Tajaajila interniitaa guutuu argatuun Aappii ugguraman hunda hojjachiifachuu ni dandeessa.

siim-kaardii Zain irratti Data Abbaa 130 yoo bitte google chrome, playstore, IMO, fi Telegram siif hin hojjatu. yoo ‘Anony Tun’ itti bante Aappiilee hojjachuu didan kanneen hunda ni hojjachiisa, Dabalataan interniitaa saffisaa tahe ni argatta.

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time