• Tuesday, July 22, 2025
  • Home
  • Privacy Policy
  • Contact Us
  • About Us

OROMIASAM

  • Home
  • Smart Phone
  • Barruulee
  • Suur-Sagalee
  • Oduu Technology
  • Oduu Biroo
  • Computer
  • Application
OROMIASAM
  • Home
  • abdulwasii _Omar
  • Page 11

Author

abdulwasii _Omar 180 posts 51 comments

Barruulee

Mallattoolee akka Hard-Diiskin Kompiitara keenyaa miidhame nutti agarsiisanii fi falaawwan isaa

abdulwasii _Omar May 5, 2020 0
Kompiitarri tokko akkuma RAM, Battery fi Floppy Disk malee faayidaa hin qabne, Hard-Diiskii hin qabu taanaan hojii tokko illee hojjachuu akka hin dandeenye ni beekna. Hard-Diiskiin wantoota nuti Kompiitara keenyarra keenyu hunduu kan nuuf…
Barruulee

Marsaariitota addunyaa kanarra jiru jedhamanii hin yaadamne 9

abdulwasii _Omar May 4, 2020 0
Yeroo kanatti sababa weerara vaayirasii Koroonaatiin kan ka’e namoonni waan mana oolaniif guyyaa guyyaadhaan fuula marsaariitota garaa garaa daawwachuu amaleeffataniiru. Garuu kan isaan daawwatan marsaariitota beekamoo ta’an ykn immoo kan…
Barruulee

Baatirii bilbila keessanii sirnaan itti faayyadamaa

abdulwasii _Omar May 3, 2020 0
Akkamitti baatirii bilbila keenyaa sirnaan faayyadamna?Akka bilbilli keenya hojjatuuf sababa guddaa kanneen ta’an keessaa tokko baatirii dha. Baatiriin bilbila keenya keessa hin jiru taanaan bilbila fayyadamuu hin dandeenyu. Rakkinni…
Barruulee

Bilbilli sababa lama qofaaf network dalaguu dida Sababoota akkamiiti? Akkamittis adda baasna?

abdulwasii _Omar May 2, 2020 0
Biblilli keenya sababoota lamaaf mantagoo (Network) nuuf hojjechuu diduu danda’a. Isaanis: Hardware problem fi Software problem jedhamu. Mallattoolee rakkoo Hardware ta’uu isaa nutti mul’isan: No SIM-Card (osoo kaardiin SIM…
Barruulee

Youtube irratti Copyright akkamitti akka hojjatu bari

abdulwasii _Omar May 2, 2020 0
Copyright maali? Gabaabumatti copyright waan namoota biroo eeyyama isaanii malee fuutee kan faayyadamtuudha. faallaa kanaatin namootni biroo waan kankee fuudhanii yoo itti faayyadaman copyright jedhama. Copyright waantonni ta'an…
Oduu Technology

Telegram ji’a tokko keessatti faayyadamtoota miliyoona 400 caalaa argate

abdulwasii _Omar May 2, 2020 0
Fayyadamtoonni ji’aanii (monthly) Teelegiraamii miiliyoona 400 caaluun isaa himame. ቴሌግራም በወር 400 ሚሊየን ንቁ ተጠቃሚዎችን አገኝቷል Akka dhaabbanni Teelegiraamii beeksisetti fayyadamtoonni isaa ji’aanii ammaan tana miiliyoona 400 caaluu ibseera.…
Oduu Technology

Dhaabbanni Huawei fi Google dorgommii cimaarra jiru

abdulwasii _Omar May 2, 2020 0
Amerikaan qoqqobbii akka fedha isheetti kan irra keessu dhaabbanni HUAWEI yeroo dhiyoo kanatti sirna dalagaa (operating system) mataa isaa akka hojjate beeksise. Akkuma beekamu Google’n dhaabbatta HUAWEI irra qoqqobbii kaa’ee ture, kana…
Download & Link

Imo’n haaraya wantoota barbaadamaa turan hunda qabatee dhufe

abdulwasii _Omar Apr 23, 2020 0
Yeroo ammaa Aappii bilbilaaf itti gargaaramnu keessaa IMO'n isa tokkoodha. Aappiilee interniita faayyadamuun bilbilan hunda caalaa qulqullina sagaleeetin imo'n ni dursa. kanaaf filannoo namoota hedduu ta'ee jira. imo'n yeroo ammaa guutuu…
Download & Link

LIVE Facebook irraa Atiis Facebook kankee irratti tamsaasuf – Gostream

abdulwasii _Omar Apr 19, 2020 0
Facebook irratti LIVE tamsaasuf karaalee adda addaatu jira. kanneen keessaa Gostream isa tokkoodha. Gostream faayyadamuun vidiyoo facebook irratti LIVE tamsaasamaa jiru isiniis achumaan facebook keessan irratti LIVE tamsaasuu dandeessu.…
Barruulee

WIFI isin bira jiru tokko passwordii malee connect gochuuf

abdulwasii _Omar Apr 17, 2020 0
Akkamittiin WIFI barbaade Passwordii argachuu danda'a gaaffin jedhu kan namoota hedduuti. Haa ta'uutii wifi nama biroo paaswoordii argachuun ni danda'amaa? yoo paaswoordii hin argatin 'Connect' goonee itti faayyadamuu dandeenyaa? Deebii…
Older Posts
Newer Posts
Stay With Us
  • 20,881 Likes
  • 12,578 Followers
  • 65,005 Subscribers
  • 3,560 Friends
  • 8,900 Followers
Recent Posts
  • Godaansa Gara Ameerikaa Guutun jalqaba
  • Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
  • Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
  • Bilisummaa Oromoof carraaquu
  • Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
Categories
  • Application 14
  • Barruulee 92
  • Computer 9
  • Download & Link 17
  • Oduu Biroo 2
  • Oduu Technology 15
  • Smart Phone 52
  • Software 2
  • Suur-Sagalee 22
Subscribe and Enjoy!
Subscribe and Enjoy!

Subscribe our newsletter to stay updated.

  • Facebook Join us on Facebook
  • Twitter Join us on Twitter
  • Youtube Join us on Youtube
  • Instagram Join us on Instagram
  • Telegram Join us on Telegram
  • Tumblr Subscribers
  • Linkedin Follow us
  • Home
  • Privacy Policy
  • About Us
  • Contact Us
© 2021- All Rights Reserved.
Website Design: abdulwasi
You cannot print contents of this website.
Sign in
  • Likes
  • Followers
  • Subscribers
  • Followers
  • Friends

Welcome, Login to your account.

Forget password?
Sign in

Recover your password.

A password will be e-mailed to you.