Imo’n haaraya wantoota barbaadamaa turan hunda qabatee dhufe

Yeroo ammaa Aappii bilbilaaf itti gargaaramnu keessaa IMO’n isa tokkoodha. Aappiilee interniita faayyadamuun bilbilan hunda caalaa qulqullina sagaleeetin imo’n ni dursa. kanaaf filannoo namoota hedduu ta’ee jira. imo’n yeroo ammaa guutuu addunyaa irraa faayyadamtoota nama miliyoona 500 caalaa qaba.

Haa ta’uu malee imo‘n waggoota hedduuf rakkoo cimaa tokko qaba ture. inniis namoonni biroo lakkoofsa keenyan imo yoo banatan beekun rakkisaadha. akkasuma yoo irratti cufuu barbaanne dirqama nama sana kadhachuutti nu geessa. Amma garuu rakkoon kun furamee salphamatti namoota lakkoofsa keenyan imo banatan beekuu ni dandeenya. yoo barbaannes yeroo dhumaatif irratti cufuu ni dandeenya. Kana qofaa miti imo’n amma bifa haarayan haaromfamee dhufe kun wantoota dabalataa hedduu of keessatti qabatee jira.

IMO haaraya download gochuuf ↓↓
https://drive.google.com/file/d/1otBZjflx53c7cdFsFOa-8yFUIFnRMmv8/view?usp=sharing

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time