Browsing Tag

Computer

WinRAR maali? Akkamiin hojjata?

WinRAR'n sooftiweera daataa guddaa walitti cuunfanii (compress) kaa'uuf gargaarudha. Kunis tajaajila gurguddaa nuuf kenna. Fknf, email dhaan data guddatee nuuf ergamuu dide hamma isaa xiqqeessuun erguu nu dandeessisa. Dabalees bakka