• Saturday, July 26, 2025
  • Home
  • Privacy Policy
  • Contact Us
  • About Us

OROMIASAM

  • Home
  • Smart Phone
  • Barruulee
  • Suur-Sagalee
  • Oduu Technology
  • Oduu Biroo
  • Computer
  • Application
OROMIASAM
  • Home
  • abdulwasii _Omar
  • Page 17

Author

abdulwasii _Omar 180 posts 51 comments

Oduu Technology

Mobaayilli Huawei Rakkoof Saaxilamaa jira

abdulwasii _Omar May 23, 2019 2
Mobaayila Huawei qabduu?Mobaayila Huawei ilaalchisee Murtee Ameerikaan tibbana baasaa jirtu dhiibbaa isinirraan gahuutu mala. Yoo faayyadamtoota Mobaayila Huawei taatan haala amma deemaa jiruun YouTube, Play Store, Gmail, Maps fi…
Barruulee

YouTube irraa Maallaqa Argachuuf waan 10 beekun Dirqama tahu

abdulwasii _Omar May 19, 2019 14
Youtube irraa Maallaqni ni argama jechuu dhageessee beektaa? Guyyaa tokko Youtube irraa Maallaqa nin argadhaa jettee yaaddee beektaa? yoo yaadde wantoonni si rakkisan ni jiruu? yoo hin yaadin amma eegaluuf fedhii ni qabdaa? Hayyee Guyyaa…
Barruulee

Email fi Passwordi Nama fedhanii argachuuf – of eeggannoo haa goonuu

abdulwasii _Omar May 17, 2019 15
Hordoftoota Keenya kabajamoo Deebii gaaffii namoota hedduu kan ta'e "Akkaataa Facebook nama jalaa butamuu danda'uun" isiniif dhiheessinee turre. Barnoota akkanaa barsiisun sirrii akka hin taane ni beekna haa ta'uu malee Sababa…
Suur-Sagalee

Waa’ee Email fi Youtube irratti barnoota barbaachisaa – Gaaffii keessaniif Deebii

abdulwasii _Omar Apr 23, 2019 0
Barnoota Guyyaa har'aa Waa'ee Youtube, Waa'ee Email fi Waa'ee Google irratti barnoota akkaan barbaachisaati. Namoota dhimma kana irratti hubannoo hin qabneef haalan faayyada. Daawwadhaa Hiriyoota Keessaniif Raabsaa Galatoomaa …
Download & Link

GB Whatsapp Download Gochuufi Update Gochuuf

abdulwasii _Omar Apr 23, 2019 5
GB whatsappiin filannoo namoota hedduuti. garuu suuqota beekkamoo akka 'Google play store' keessaa argamuu dhabuun rakkisaa ta'ee jira. namoonti hedduunis gaaffii akkamitti 'download' goonafi 'update' goona jedhu irra deddeebin nu gaafatu.…
Suur-Sagalee

Faayyadamtoonni Whatsaappii hundi waan kana beekun dirqama – barnoota faaayidaa qabeessa

abdulwasii _Omar Apr 4, 2019 0
Barnoota guyyaa har'aa Whatsaappii irratti itti faayyadama "Notification" Whatsappii irratti Sagalee Gareetifi nama dhuunfaa garaa gara gochuun ni danda'ama. Wanti kun haaraya miti. Garuu hedduun namoota quba hin qaban. Kanaaf barumsa kana…
Suur-Sagalee

Imo irratti waan hin baramin 3

abdulwasii _Omar Mar 30, 2019 0
➪ Barnoota Guyyaa Har'aa IMO irratti waan hin baramin 3 isin agarsiisa. daawwadhaa Hiriyoota keessaniif SHARE godhaa. 1, Lakkoofsa Keenyaf Liinkii Hojjachuu.2, Suuraafi Vidiyoo Gallery keessatti mul'isuu.3, Nama Block goonee deebisnee…
Suur-Sagalee

Namni Google irraan akkamitti nu hordofuu danda’a? of eeggannoo haa goonuu

abdulwasii _Omar Mar 28, 2019 1
Googiliin Wanta Nuti Mobaayila keenyan Adeemsifnu hunda SAVE godhee akka qabatu beektu laataa? ➲ Googiliin Wanta kanneen beekun rakkoo hin qabaatu. Nuhiifis yaadannoodha. Waan dabarsine hunda yeroo barbaannetti of duuba deebinee baasuu…
Barruulee

Akkeekachiisa ilmaan Oromoo Facebook fayyadamtan hundaaf

abdulwasii _Omar Mar 28, 2019 0
Akkaahuntii Facebook keessani akka haak godhamu ni beektuu? hakaroonni Facebook sochii isiin guyyaa guyyaatti hojettan haala salphaan beekuu akka dandahan beeytu? maal akka gootan, maal akka hojjattan? walumaa galatti akkahuntii Facebook…
Barruulee

Baatiriin Moobayila fi Laappitooppi yoo du’e maal goonee sirreesina?

abdulwasii _Omar Mar 28, 2019 1
Baatiriin ka du'u danda'u yoo yeroo dheeraf itti fayyadamnee fi yoo humnaa ol sa'aa dheeraaf chaarjii gooneedha, keessattu yoo yeroo dheeraaf itti hin fayyadamin ni du'a. Baatiriin maali ?, baatiriin waan anniisaa elektrikii kuusuu…
Older Posts
Newer Posts
Stay With Us
  • 20,881 Likes
  • 12,578 Followers
  • 65,005 Subscribers
  • 3,560 Friends
  • 8,900 Followers
Recent Posts
  • Godaansa Gara Ameerikaa Guutun jalqaba
  • Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
  • Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
  • Bilisummaa Oromoof carraaquu
  • Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
Categories
  • Application 14
  • Barruulee 92
  • Computer 9
  • Download & Link 17
  • Oduu Biroo 2
  • Oduu Technology 15
  • Smart Phone 52
  • Software 2
  • Suur-Sagalee 22
Subscribe and Enjoy!
Subscribe and Enjoy!

Subscribe our newsletter to stay updated.

  • Facebook Join us on Facebook
  • Twitter Join us on Twitter
  • Youtube Join us on Youtube
  • Instagram Join us on Instagram
  • Telegram Join us on Telegram
  • Tumblr Subscribers
  • Linkedin Follow us
  • Home
  • Privacy Policy
  • About Us
  • Contact Us
© 2021- All Rights Reserved.
Website Design: abdulwasi
You cannot print contents of this website.
Sign in
  • Likes
  • Followers
  • Subscribers
  • Followers
  • Friends

Welcome, Login to your account.

Forget password?
Sign in

Recover your password.

A password will be e-mailed to you.