Imo irratti waan hin baramin 3

➪ Barnoota Guyyaa Har’aa IMO irratti waan hin baramin 3 isin agarsiisa. daawwadhaa Hiriyoota keessaniif SHARE godhaa.

1, Lakkoofsa Keenyaf Liinkii Hojjachuu.
2, Suuraafi Vidiyoo Gallery keessatti mul’isuu.
3, Nama Block goonee deebisnee argachuu.

➪ Gaaffii baay’inaan namoonni gaafatan. Akkaataa IMO-n nama hordofamu dhiyaatuu qaba moo hin qabu kan jedhu irratti Yaada keessan Comment-ii irratti barreessaa.

Hordoftoota keenya kabajamoo barnoota keenya irraa faayyadamaa jirtuu? yoo irraa faayyadamtan Hiriyoota keessaniifis akka Raabsitan kabajaan isin gaafanna. yoo ammoo irraa faayyadamaa hin jirre yaada keessan (rakkoo jiru) akka nuun geessan barbaannaa Galatoomaa.

Miidiyaalee Hawaasaa irratti Maamila Keenya tahaa. Badhaasa Keenya Moo’adhaa!

FACEBOOK
https://facebook.com/Oromosamsung
TWITTER
https://twitter.com/Oromosamsung
INSTAGRAM
https://instagram.com/oromosamsung
GOOGLE +
https://plus.google.com/u/0/+Oromosamsung
YOUTUBE
https://youtube.com/Oromosamsung

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time