Faayyadamtoonni Whatsaappii hundi waan kana beekun dirqama – barnoota faaayidaa qabeessa

Barnoota guyyaa har’aa Whatsaappii irratti itti faayyadama “Notification” Whatsappii irratti Sagalee Gareetifi nama dhuunfaa garaa gara gochuun ni danda’ama. Wanti kun haaraya miti. Garuu hedduun namoota quba hin qaban. Kanaaf barumsa kana isiniif dhiyeessuu filadhe.

Faayidaa Nuuf Qabu keessaa Ergaan ykn Miisseejin gama whatsappiin nutti ergamu Sagalee akkamii akka nu dhageessisu hunda Gareetifi hunda namootatiif adda adda gochuu dandeenya. Sagalee dhageenyu saniin Ergaan eenyurraa akka dhufe battalumatti beekuu dandeenya. Keessaafuu warroottan Garee hedduu keessa jirtaniif haalli kun faayidaa guddoo iisniif qaba. akkasuma Ergaa Maatiwwan ykn Jaalalleewwan keessan irraa dhufu Sagalee qofa dhagahuun Ergaa eenyuu akka tahe beekufiis isin gargaara.


Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time