Akkeekachiisa ilmaan Oromoo Facebook fayyadamtan hundaaf

Akkaahuntii Facebook keessani akka haak godhamu ni beektuu?
hakaroonni Facebook sochii isiin guyyaa guyyaatti hojettan haala salphaan beekuu akka dandahan beeytu? maal akka gootan, maal akka hojjattan? walumaa galatti akkahuntii Facebook keessani waan hojeetanii fi kkf isiin jalaa ilaaluu.

kanaafuu yoo namni haarawni hiriyyummaa isin gaafate ( FriendRequest ) nama eenyummaa isaa hin beeyneef hin deebisinaa ykn ennummaa isaa hubadhaa. Hunda caalaa Password Facebook keessanii cimssadhaa kana kan gootaniin tokkoffa dheeressuudhaan lammaffaa qubee gudda, lakkoofsaa fi #€$][}{* kkf itti makaa wallitti laaqaa. Hubachiisa yeroo kana gootan akka waan gootan hin irraanffanne of eegaa, barreeffadhaa bakka dhooksaatti. Sadaffaan akkasumas yeroo irraa yerotti #Password Facebook keessan jijjiiraa.

Facebook keessan hack ta’eera mo hin taane jetanii yoo kan shakkitan taatan Comment irratti @ [4:0] jedhaatii barreessa osoo addaan hin babaafne, qubee hundaa wallitti maxxansaa barreessaa. Yeroo kana jettanii barreessitan booda dhaamsi ykn barreefamni isiif bahu; maqaa hunddeessa facebook kan ta’e “Mark Zuckerberg” barreefama jedhu isiniif dhufa kana jechuun yeroodhaaf nagaya jechuudha. Nagaa Facebook keessani tiikfachuun akkuman Nama nagaa mana isaa tikfatuuti.

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time