Email fi Passwordi Nama fedhanii argachuuf – of eeggannoo haa goonuu
Hordoftoota Keenya kabajamoo Deebii gaaffii namoota hedduu kan ta’e “Akkaataa Facebook nama jalaa butamuu danda’uun” isiniif dhiheessinee turre.
Barnoota akkanaa barsiisun sirrii akka hin taane ni beekna haa ta’uu malee Sababa barsiisuu filanneefis VIDIYOO keessatti ibsinee jirra. Eegaa barnoota kana gad lakkifnee booda Maamiloonni keenya hedduun yaada nuuf barreessaniin wanta akkanaa Saaxiluun sirrii ta’uus Garuu Liinkii isaa raabsun sirrii akka hin taane nuuf himanii jiru. Maarree nutiis hordoftoota Keenya hunda DHIIFAMA isin gaafachaa ammaaf Liinkin asirraa kaafamee jira.
Barnoota kanaan wal qabateee dhaamsi isiniif dhaamnu Namni Gaarifi badaan wal keessa jira. Namni badaan tokko Vidiyoo tana laalee karaa hin taanen hiriyoota isaa miidhuu danda’a. Ammoo Namni Vidiyoo tana laale hundi karaa kanaan gowwoomuu hin danda’an. Hordoftoonni keenya hundi keessan bakka hundatti SHARE gochuun nu Gargaaraa. Hiriyoota keessaniis gocha kanarraa bararaa Galatoomaa
VIDIYOO https://youtu.be/dTYZLV2g0Gw
Abdii
United arab emirates
Naice
Linkii i Email fi Passwordi Nama fedhanii argachuuf –gargaaru video jalan isinii kaha jette turte argachuu hn dandeenye yoo sii danda’ame email kanaan naa ergi
Lammii Koo Sababa Liinkin kaafameef ibsinee turre. – Barnoota akkanaa barsiisun sirrii akka hin taane ni beekna haa ta’uu malee Sababa barsiisuu filanneefis VIDIYOO keessatti ibsinee jirra. Eegaa barnoota kana gad lakkifnee booda Maamiloonni keenya hedduun yaada nuuf barreessaniin wanta akkanaa Saaxiluun sirrii ta’uus Garuu Liinkii isaa raabsun sirrii akka hin taane nuuf himanii jiru. Maarree nutiis hordoftoota Keenya hunda DHIIFAMA isin gaafachaa ammaaf Liinkin asirraa kaafamee jira.
Nuuf banuu dide
Barnoota akkanaa barsiisun sirrii akka hin taane ni beekna haa ta’uu malee Sababa barsiisuu filanneefis VIDIYOO keessatti ibsinee jirra. Eegaa barnoota kana gad lakkifnee booda Maamiloonni keenya hedduun yaada nuuf barreessaniin wanta akkanaa Saaxiluun sirrii ta’uus Garuu Liinkii isaa raabsun sirrii akka hin taane nuuf himanii jiru. Maarree nutiis hordoftoota Keenya hunda DHIIFAMA isin gaafachaa ammaaf Liinkin asirraa kaafamee jira.
Naf banuudidee
Nu jabadhuu
barnonii ke eddu gariidhaa motti ko jabadhu sanyi koo
Osoo Vedion Nuuf Dhiiyate Garidha
Hayadano
Akka goona badaa nu dhibee
Username kan jedhu suni naaf hin baane akkam boo dubbiin linkii kee gadi cuqaasee yoo jedhus argachuu hin dandeenye
link fb nama fi emal itin hatu dandeessan link arkachuu hindandenye
I like so match