Namni Google irraan akkamitti nu hordofuu danda’a? of eeggannoo haa goonuu

Googiliin Wanta Nuti Mobaayila keenyan Adeemsifnu hunda SAVE godhee akka qabatu beektu laataa?

➲ Googiliin Wanta kanneen beekun rakkoo hin qabaatu. Nuhiifis yaadannoodha. Waan dabarsine hunda yeroo barbaannetti of duuba deebinee baasuu dandeenya. GARUU Mobaayilli keenya ykn Emailli keenya Nama biroo harka yoo seene Salphumatti wantoota SAVE tahan kanneen argachuun ni danda’ama.

FKN. ~ Bakka Nuti deemnu
~ Waan Search goonu
~ Waan Youtube irratti ilaallu
~ Wanta Nuti haasofnu
~ Website fi Aappii nuti faayyadamnu fi kkf…

➲ Maarree Vidiyoo kana keessatti Akkamitti wantoota kanneen Akka SAVE hin taane ofirraa Hidhuu dandeessan fi Akkasuma wantoota kana dura SAVE tahan guutuu akkamitti ofirraa haquu akka dandeessan isin agarsiisna. Nu Waliin turaa… Hiriyoota Keessaniif SHARE godhaa.

Miidiyaalee Hawaasaa irratti Maamila Keenya tahaa. Badhaasa Keenyas Moo’adhaa!

FACEBOOK
http:// https://facebook.com/Oromosamsung/
TWITTER
https://twitter.com/Oromosamsung
YOUTUBE
https://youtube.com/Oromosamsung

Galatoomaa!

1 Comment
  1. Boonaa carcar says

    Galatomaa

    Lakofsa Bilbila nuf Ergaa

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time