Browsing Tag

Android

Barnoota Telegram kutaa 3ffaa

Appii Telegraamaa isa kam yoo fayyadamne gaariidha? Garaagarummaa akkamii qaba? Appiin telegraamaa gosa hedduutu jiru. isaan keessaa Telegram, Telegram plus, mobo plus, mobogram, fastgram, vido plus, Telepro (saffisni garuu xiqqaadha),

Barnoota Telegram Kutaa 1ffaa

Waa'ee telegramaa hangam beektu? Teelegraamni tajaajila yoom jalqabe? Miidiyaalee hawaasaa kan biroorraa maaltu adda isa godha?Teelegraamni kan tajaajila jalqabe 2013 G.C yoo ta’u, namoota lama Nikolai fi Pavel Durov jedhamaniin kan