Of Eeggannoo faayyadamtoota Facebook Hundaaf

“Login Approval ON/Two-factor authentication” ON hin Godhinaa
Namoonni baay’een akka namni na jalaa hin seennef jettanii itti bantu
Keessattu joolleen Suad Arabia Yeroo hedduu SIM card hin Cufama Booda osoo irraa OFF hin goone tasa logout taanan akkasitti sii dhumatte jechuudha
Keessattuu warri maqaan keessan
best eenniyyoo
best maaliyiyyoo
Ebaluu baalee
Ebaluu arsii fi maqaa kana fakkaatu Qabdan akka ID hin qabne beekamaadha
Kanafuu of eeggadhaa!!!
Garuu namoota ID qabdaniif Rakkoo hin qabu

Settingii FB keessatti sirreeffachuu dandeessu

Q. Muhidin Husen

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time