Tajaajila Haaraya Online irratti kenninu

Tajaajila Online irratti kenninu
– Website (marsaariitii) Namoota dhuunfaa, dhaabbilee fi Gareewwan adda addaatif ijaaruun ni dhiheessina.
– Loogoo (Aastaa) fi Cover ammayyaawaa ta’e boca isin feetaniin hojjachuun ni dhiheessina.
– Intro fi graphics bareedaa tahe loogoo fi jechoota isin feetan irraa hojjachuun ni dhiheessina.
– Waraqaa ragaa Dijitaalaa tahe hojjachuu, mallattoofi loogoo keessan irra kaayun ni dhiheessina

Hundi isaanii Qulqullina Ol’aanaan 100% Shakkii maleedha.

– Beeksisa beeksifchuu kan barbaaddan hundaaf:-
• Dhaabbilee Mootummaaf
• Dhaabbilee dhuunfaaf
• Daldaltootaf
• Namoota dhuunfaa fi kkf hundaaf waan keessan bifa barruun, Poostara fi Vidiyoon interniita irratti ni beeksisna. Guyyaa murtaa’etti Akka milkaa’uf faana ni buuna!

– Bittaa fi Gurgurtaa:-
• Peejii Facebook LIKE 10,000 (kuma kudhan) ol qabu ni binnaa ni gurgurra
• Instagram Followers 10,000 (kuma kudhan) ol qabu ni binnaa ni gurgurra
• Chaanaalii YouTube Subscribe 1000 (kuma tokko) ol qabu ni binnaa ni gurgurra.

Akkasuma Namoota walirraa bituufi gurguruu barbaadaniif kophaatti Gorsa addaa ni kennina. Yoo barbaachisaa tahe hanga bittaafi gurgurtaan xumuramutti qaama 3ffaa taanee ni gargaarra. Kuni 100% Amanamaadha.

– Waan yaaddan Hojjachuu, Hojjachiisufi Too’achuuf Gorsaafi Leenjii addaa ni kennina!

– Hordoftoota Keenya kabajamoo kaayyoon Keenya inni guddaan Afaan Oromoo guddina Saayinsiif Teknooloojii keessatti gahee mataa isaa akka qabaatufiidha. Tajaajiloota asii olitti tarreeffamaniif kaffaltiin taasifamu madaalawaadha. kuniis baasii Domain, hosting, Software hojii, template fi Baasii networkif ooludha. Kan Ogeessi harkaa fudhatu akka waan bilisaan isiniif dhiheessetti ilaalama! Galatoomaa Horaa bulaa..

Karaan ittiin nu quunnamuu dandeessan teessoo asii gadiiti.

Email  Oromosamsung@yahoo.com
Telegram https://t.me/abdulws78

______________

1 Comment
  1. Boona Abbaadhoo says

    Jabaadha Isin wqliin jirraa

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time