Lakkoofsa Waahillan keetii si jalaa bade deebisuuf

Lakkoofsi Nama jaalattu Mobaayila kee irraa haqamee beekaa? Mobaayilli Ykn Siimkaardiin kee lakkoofsa namaa waliin si jalaa badee beekaa?

Maarree Lakkoofsa Namootaa Sababa adda addaatin si jalaa bade hunda deebistee argachuuf. Liinkii asii gadii faayyadami.
https://www.facebook.com/mobile/messenger/contacts

Warrrooni Facebook fi Google irraa dhuftan Vidiyoo itti faayyadama liinkii kana barsiisu daawwachuuf Youtube https://youtu.be/fVlCYGaj7ss

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time