Telegram Afaan Oromootin hojii eegale

Afaan Oromoo tarree Afaanota Technology faana hiriirsuf carraaqqin godhamu itti fufee jira. Kunoo akkuma dhiheenya Facebook Afaan Oromootin hojii eegale kan Telegram-is hojii eegalee jira. Kuni itti fufa… dhiheenyatti Google irratti akka hojii eegaluus abdii qabna. 

Telegram keessan ammuma gara Afaan Oromootti jijjiirtanii faayyadamuuf liinkii kana irratti tuqaa 👉 https://translations.telegram.org/oromolanguage/?start=1
Yoo vidiyoo hin daaw’atin ammuma daawwadhuu.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time