Kinemaster maallaqaan gurguramu bilaashatti

Yeroo ammaa mobaayila keessaniin vidiyoo edit gochuuf Aappii hedduutu jira garuu Aappiin kinemaster jedhamu namoota hedduu biratti baay’ee jaalatamaa kan taheedha. Vidiyoo akka barbaaddanitti edit gochuuf isin gargaara akkasuma intro mataa keessanii hojjachuuf heddduu isin gargaara. kana jechuun mobaayila keessan irratti Aappii kinemaster jedhamu kana sirritti yoo leenjitan irraa faayyadamoo ni taatu, vidiyoo edit gochuuf namoota biroo gargaarsa gaafachuun isinirraa hin eeegamu.

Barnoota keenya yeroo darbe keessatti akkamitti kinemaster faayyadamuun intro dhuunfaa keessanii hojjachuu akka dandeessan agarsiifnee turre, kanumaan wal qabsiisun maamiloonni keenya hedduun kinemaster free tahe akkamitti argannaa? kan jedhu nu gaafataa turaniiru. Nutiis kinemaster free tahe Garuu akkuma maallaqni itti kafalametti waa hunda ofirraa qabuufi yogguu vidiyoo save gootan barruu made with kinemaster jettu sana ofirraa balleessu isiniif fidnee jirra.

Kinemaster kuni qulqulluudhaa kan dhiheenya kana update taheedhaa akkasuma rakkoo tokkollee hin qabu.
Kinemaster download gochuuf
https://drive.google.com/file/d/1E9nopDet-qSi6aanab_flzROeOs6hrjz/view?usp=sharing

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time