• Saturday, July 26, 2025
  • Home
  • Privacy Policy
  • Contact Us
  • About Us

OROMIASAM

  • Home
  • Smart Phone
  • Barruulee
  • Suur-Sagalee
  • Oduu Technology
  • Oduu Biroo
  • Computer
  • Application
OROMIASAM
  • Home
  • abdulwasii _Omar
  • Page 16

Author

abdulwasii _Omar 180 posts 51 comments

Suur-Sagalee

Aappii haaraya bilbiluuf nu faayyadu – TOK TOK

abdulwasii _Omar Dec 26, 2019 0
Aappii TOK TOK 'playstore' keessaa argachuun ni danda'ama, biyya tokko tokko keessatti playstore keessaa dhabamuun mala. hanga sirraahutti 'Galaxystore' keessaa buufachuun ni danda'ama. Ykn liinkii asii gadii irraa buufachuunis filannoo…
Suur-Sagalee

Facebook Afaan Oromootin hojii eegale

abdulwasii _Omar Dec 24, 2019 2
Afaan Oromoo afaan saba bal'aa tahee osoo jiruu garuu hanga barbaadamu osoo hin guddatin hafeera. Hayyoonni dhimma afaanii irratti hojjatan halkanii guyyaa carraaqaa jiru. haaluma kanaan Afaan Oromoo tarree Afaanota Technology faana…
Suur-Sagalee

iccitii 4 beekun dirqama tahu – የፍቅረኛህን ስልክ ለመጥለፍ 4 መንገዶች

abdulwasii _Omar Dec 24, 2019 1
iccitii call forwarding 4 beekun dirqama tahu. Barnoota Guyyaa Har'aa Akkaataa Namni tokko bilbila keenya dhimma itti bahuu danda'uufi Nuti ammoo Ofirraa ittisuu dandeenyun ilaalla. WAA'EE 'call forwarding' maal beektu? Hiriyaan keenya…
Barruulee

Telegram Afaan Oromootin hojii eegale

abdulwasii _Omar Dec 24, 2019 0
Afaan Oromoo tarree Afaanota Technology faana hiriirsuf carraaqqin godhamu itti fufee jira. Kunoo akkuma dhiheenya Facebook Afaan Oromootin hojii eegale kan Telegram-is hojii eegalee jira. Kuni itti fufa... dhiheenyatti Google irratti akka…
Barruulee

Lakkoofsa Waahillan keetii si jalaa bade deebisuuf

abdulwasii _Omar Jul 29, 2019 0
Lakkoofsi Nama jaalattu Mobaayila kee irraa haqamee beekaa? Mobaayilli Ykn Siimkaardiin kee lakkoofsa namaa waliin si jalaa badee beekaa?Maarree Lakkoofsa Namootaa Sababa adda addaatin si jalaa bade hunda deebistee argachuuf. Liinkii asii…
Barruulee

Aappii Play Store caalu download godhachuuf

abdulwasii _Omar Jul 18, 2019 0
Barnoota Guyyaa Har'aa keessatti Aappii play store bakka bu'ee nuuf hojjatu isiniif dhiheessinee jirra. Aappiin kun maqaan isaa Aptoide jedhama. 100% Application fi Game-wwan adda addaa keessatti ni argama. Sababa Aptoide isiniif…
Suur-Sagalee

Aappii Halluu Cuqulisaan barreessuuf Gargaaru

abdulwasii _Omar Jul 15, 2019 0
Bakka barbaaddan hundatti barreeffama Halluu cuqulisaafi Style adda addaatin barreessuuf kan gargaaru Aappii "BlueWords" Aappiin kun Whatsapp, Facebook, Telegram, IMO fi kkf irratti ni hojjata. Play Store keessaa buufachuuf…
Oduu Technology

Ethio Telecom Giigaa Baayitii 1 fi Daqiiqaa 20 bilisaan kenne

abdulwasii _Omar Jul 8, 2019 0
Iityoo - Teelekoom maamiltootaf tajaajila tolaa guyyootii 3 laachuu eegaluun beekame. Tajaajilli tolaa kun kennaa bara baajata haarayaati jedhamee jira. Baajata bara haarayaa ilaalchisuudhan Itiyoophiyaanota hundaaf tajajaila…
Barruulee

Aappii Salphatti Background Suuraa jijjiiruuf Nu Gargaaru

abdulwasii _Omar Jul 6, 2019 0
Karaa Salphaafi Ariifataa taheen Huddu-Duubaa suuraa kamuu jijjiiruf. Huddu-Duuba Suuraa jijjiiruuf Harkaan Riguun nurraa hin eegamu. Aappin kun Karaa Automatic taheen Suuraa Namaatifi waan isa duuba jiru adda baasee nuu fida. Nuhirraa…
Barruulee

Google irratti iccitii hedduu hin baramin 4

abdulwasii _Omar Jun 6, 2019 0
Google bakka waa itti barbaadan guddicha Aaddunyaa kanaati. gaaffii keetif deebii sirrii siif kennuu danda'a akkasuma deebii wal xaxame sitti fiduus danda'a sababni kuni ta'eef ammoo abbumti fedhe marsaariitii banatee seenaa sobaafi…
Older Posts
Newer Posts
Stay With Us
  • 20,881 Likes
  • 12,578 Followers
  • 65,005 Subscribers
  • 3,560 Friends
  • 8,900 Followers
Recent Posts
  • Godaansa Gara Ameerikaa Guutun jalqaba
  • Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
  • Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
  • Bilisummaa Oromoof carraaquu
  • Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
Categories
  • Application 14
  • Barruulee 92
  • Computer 9
  • Download & Link 17
  • Oduu Biroo 2
  • Oduu Technology 15
  • Smart Phone 52
  • Software 2
  • Suur-Sagalee 22
Subscribe and Enjoy!
Subscribe and Enjoy!

Subscribe our newsletter to stay updated.

  • Facebook Join us on Facebook
  • Twitter Join us on Twitter
  • Youtube Join us on Youtube
  • Instagram Join us on Instagram
  • Telegram Join us on Telegram
  • Tumblr Subscribers
  • Linkedin Follow us
  • Home
  • Privacy Policy
  • About Us
  • Contact Us
© 2021- All Rights Reserved.
Website Design: abdulwasi
You cannot print contents of this website.
Sign in
  • Likes
  • Followers
  • Subscribers
  • Followers
  • Friends

Welcome, Login to your account.

Forget password?
Sign in

Recover your password.

A password will be e-mailed to you.