Ethio Telecom Giigaa Baayitii 1 fi Daqiiqaa 20 bilisaan kenne

Iityoo – Teelekoom maamiltootaf tajaajila tolaa guyyootii 3 laachuu eegaluun beekame. Tajaajilli tolaa kun kennaa bara baajata haarayaati jedhamee jira.

Baajata bara haarayaa ilaalchisuudhan Itiyoophiyaanota hundaaf tajajaila intarneetii bilisaa giigaa baayitii 1, dabalataan sagalee biyya keessaa daqiiqaa 20 fi ergaa gabaabaa biyya keessaa 30 laachuu beeksisee jira.

Tajaajilli bilisaa kun har’a Adoolessa 1 irraa eegalee hanga Adoolessa 3,2011-tti tura. Yoo Guyyoota sadeen kana keessatti faayyadamtanii hin xumurin isinirraa fudhatamuu danda’a.

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time