Aappii Salphatti Background Suuraa jijjiiruuf Nu Gargaaru

Karaa Salphaafi Ariifataa taheen Huddu-Duubaa suuraa kamuu jijjiiruf. Huddu-Duuba Suuraa jijjiiruuf Harkaan Riguun nurraa hin eegamu. Aappin kun Karaa Automatic taheen Suuraa Namaatifi waan isa duuba jiru adda baasee nuu fida. Nuhirraa kan Eegamu Suuraa Background gochuu feenu filachuu qofa. Kana malees faayidaa biraa ni qaba…

Maqaan Aappii Kanaa Teleport Photo Editor jedhama.

Play Store Keessaa Download godhachuuf https://bit.ly/2Xvui4t

Play Store-in Alaa download godhachuuf (APK File) https://bit.ly/2UhiKQD

Warroonni Facebook fi Google irraa dhuftan Youtube irratti Vidiyoo itti faayyadama Aappii kana barsiisu daawwadhaa.
Video Link https://youtu.be/gE30ecA3OeU

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time