• Friday, July 25, 2025
  • Home
  • Privacy Policy
  • Contact Us
  • About Us

OROMIASAM

  • Home
  • Smart Phone
  • Barruulee
  • Suur-Sagalee
  • Oduu Technology
  • Oduu Biroo
  • Computer
  • Application
OROMIASAM
  • Home
  • abdulwasii _Omar
  • Page 15

Author

abdulwasii _Omar 180 posts 51 comments

Barruulee

Kinemaster maallaqaan gurguramu bilaashatti

abdulwasii _Omar Jan 24, 2020 0
Yeroo ammaa mobaayila keessaniin vidiyoo edit gochuuf Aappii hedduutu jira garuu Aappiin kinemaster jedhamu namoota hedduu biratti baay'ee jaalatamaa kan taheedha. Vidiyoo akka barbaaddanitti edit gochuuf isin gargaara akkasuma intro…
Barruulee

Hordofamaa yoo jiraatte qulqulleeffachuuf karaa 3

abdulwasii _Omar Jan 22, 2020 0
Akkuma beekamu yeroo ammaa Application badii hedduutu jira. Namoonni badii tokko tokko Aappiwaan badii kana faayyadamuun nu hordofuus ni danda'u. keessaafuu namni waliin jiraannu yoo tasa walitti mufanne karaa kanaan iccitii keenya…
Barruulee

YouTube irra hojii eegaluuf bakka eegalumsaa sirrii

abdulwasii _Omar Jan 16, 2020 2
Youtube irraa galii argachuu barbaannaa, Eessarra eegalla?Maxxansa kana keessatti namoota YouTube irra hojii eegaluu barbaaddan hundaaf bakka eegalumsaa sirrii isiniif himna. dhimma kana irratti Muuxannoo waggaa jahaa qabna waan taheef…
Barruulee

Beeksisa nu jeequf furmaata waaraa – ምርጥ የማስታወቂያ መከላከያ App

abdulwasii _Omar Jan 14, 2020 0
Beeksisni maalif nu jeeqa?iccitiin beeksisa as nutti yaafamu duuba jiru maali?beeksisa kana akkamitti ofirraa ittisna? Akkuma beekamu yeroo ammaa kana beeksisni interniita irratti hedduu baay'ata, sababa kanaaf yeroo tokko tokko…
Suur-Sagalee

Kinemaster irratti maqaa keetin intro hojjachuuf

abdulwasii _Omar Jan 14, 2020 0
Mobaayila keessan irratti intro hojjachuuf Aappii lama isin barbaachisa, tokko kan maqaa keessan barreesufi bareechuf itti faayyadamtan Pixellab kan jedhamuudha. kan lammaffaa maqaa keessan gara vidiyootti jijjiiruf kan itti gargaaramtan…
Barruulee

Afaan Oromoo bal’inaan guddisuuf tooftaalee bu’aa qabeessa

abdulwasii _Omar Jan 13, 2020 2
Afaan Oromoo bal’inaan beeksisuun jiraachuu fi guddina isaaf murteessaadha. Tooftaalee gahumsa qaban hojiirra oolchuudhaan olka’iinsa Afaan Oromoo fooyyessuu, barattoota hawwachuu, guddina isaa itti fufiinsa qabu mirkaneessuu ni dandeenya.…
Barruulee

Mucaa kee too’achuf karaa salphaa / Google family

abdulwasii _Omar Jan 12, 2020 1
Waa'ee Aappii 'Google family' jedhamu maal beektu?Yeroo ammaa ijoollen xiqqeenyummaan Mobaayilaafi Tableetii harkatti guurrattee yaati, guyyaa of baran irraa gara addunyaa technology kanatti makamuus ni jaalatu. Addunyaa interniitaa kana…
Suur-Sagalee

Logo ykn Profile garee mobaayila irratti hojjachuuf

abdulwasii _Omar Jan 11, 2020 0
Mobaayila keessan faayyadamtanii profile ykn loogoo bareeda tahe hojjachuuf Aappii tokko qofa isin barbaachisa maqaan Aappii kanaa Pixellab jedhama. play store keessaa argachuu dandeessu. yoo feetan Liinkii asii gadii irraa download…
Barruulee

Facebook irraa galii argachuuf waan beekamuu qabu

abdulwasii _Omar Jan 1, 2020 0
Dhiheenya kana facebook oduu gaarii tokkoon gad bahee jira inniis warroonni facebook irraa galii argachuu barbaadan 'kallattiin' akka galii argataniif haala mijjeessinee jirraa jedha. Kallattiin jechuun maali? itti dhufnaa guutuu…
Barruulee

Waggaa tokko keessatti Sa’aatii 4000 fi Subscribe 1000 dirqama fiduu qabnaa?

abdulwasii _Omar Dec 29, 2019 1
Akkuma beekamu Youtube Namoota Partner tahuu barbaadaniif ykn channel isaanii irraa galii argachuu barbaadaniif akka seera isaa guutan ni gaafata. seera inni gaafatu keessaa kan duraa Waggaa tokko keessatti daaw'attoota sa'aatii 4000 fi…
Older Posts
Newer Posts
Stay With Us
  • 20,881 Likes
  • 12,578 Followers
  • 65,005 Subscribers
  • 3,560 Friends
  • 8,900 Followers
Recent Posts
  • Godaansa Gara Ameerikaa Guutun jalqaba
  • Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
  • Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
  • Bilisummaa Oromoof carraaquu
  • Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
Categories
  • Application 14
  • Barruulee 92
  • Computer 9
  • Download & Link 17
  • Oduu Biroo 2
  • Oduu Technology 15
  • Smart Phone 52
  • Software 2
  • Suur-Sagalee 22
Subscribe and Enjoy!
Subscribe and Enjoy!

Subscribe our newsletter to stay updated.

  • Facebook Join us on Facebook
  • Twitter Join us on Twitter
  • Youtube Join us on Youtube
  • Instagram Join us on Instagram
  • Telegram Join us on Telegram
  • Tumblr Subscribers
  • Linkedin Follow us
  • Home
  • Privacy Policy
  • About Us
  • Contact Us
© 2021- All Rights Reserved.
Website Design: abdulwasi
You cannot print contents of this website.
Sign in
  • Likes
  • Followers
  • Subscribers
  • Followers
  • Friends

Welcome, Login to your account.

Forget password?
Sign in

Recover your password.

A password will be e-mailed to you.