Kinemaster irratti maqaa keetin intro hojjachuuf

Mobaayila keessan irratti intro hojjachuuf Aappii lama isin barbaachisa, tokko kan maqaa keessan barreesufi bareechuf itti faayyadamtan Pixellab kan jedhamuudha. kan lammaffaa maqaa keessan gara vidiyootti jijjiiruf kan itti gargaaramtan Kinemaster dha.

Pixellab download gochuuf
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.imaginstudio.imagetools.pixellab&hl=en

Kinemaster download gochuuf
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.nexstreaming.app.kinemasterfree&hl=en

Vidiyoo intro hojjachuuf isin barbaachisu liinkii gadii kana irraa buufachuu dandeessu.
https://bit.ly/2t8hNOi

Aappin kuni lameen yeroo ammaa kanatti Mobaayila harkaa keessaniin wantoota adda addaa hojjachuuf hedduu isin gargaara, Pixellab suuraa akka barbaaddanitti Edit gochuuf yoo isin gargaaru. Kinemaster Vidiyoo akka barbaaddanitti Edit gochuuf hedduu isin gargaara. kana jechuun mobaayila keessan irratti Aappii kana lameen sirritti yoo leenjitan irraa faayyadamoo ni taatu, Suuraa tolchuufi vidiyoo hojjachuuf namaoota biroo gargaarsa gaafachuun isinirraa hin eegamu.

Barnoota keenya dabarsine keessatti akkataa Pixellab irratti Loogoo ykn Astaa itti hojjattan agarsiifnee turre vidiyoo sana daawwachuuf Astuqaa

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time