• Wednesday, July 23, 2025
  • Home
  • Privacy Policy
  • Contact Us
  • About Us

OROMIASAM

  • Home
  • Smart Phone
  • Barruulee
  • Suur-Sagalee
  • Oduu Technology
  • Oduu Biroo
  • Computer
  • Application
OROMIASAM
  • Home
  • abdulwasii _Omar
  • Page 12

Author

abdulwasii _Omar 180 posts 51 comments

Download & Link

Online irratti vidiyoo gabaabaa (intro) hojjachuuf

abdulwasii _Omar Apr 16, 2020 0
intro (vidiyoo gabaabaa) kan seensa sagantaa adda addaatif tahu hojjachuuf marsaariitiiwwan baay'een ni jiru, akkasuma Aappiilee vidiyoo edit godhan irratti hojjachuun ni danda'ama, warroonni immoo intro ammayyaawaa hojjatan…
Barruulee

YouTube irraa Qarshii kee baafachuuf karaa sirrii

abdulwasii _Omar Apr 14, 2020 0
Maxxansa kana keessatti warreen Youtube irra hojjattaniifi Hojjachuu karoorsitaniif Akkaataa maallaqa Youtube irra hojjattan ittiin argachuu dandeessan karaa sirriifi dhugaa ta'e isiniif ibsina. Maamiloonni keenya hedduun gaaffii kana nu…
Download & Link

Dandeettii koodii malee Aappii hojjachuuf

abdulwasii _Omar Apr 14, 2020 0
Akkuma beekamu Moosaajii/Aappii barbaadde tokko hojjachuuf dandeettii koodii qabaachuun barbaachisaa ture, Garuu yeroo ammaa akkaatuma Teknooloojin babal'ataa dhufeen wanti hundi salphataa dhufee jira. Tajaajila Aappii hojjachuu kanaaf kan…
Oduu Technology

Dhaabbanni Google addunyaa kana waggaa Tiriiliyoona 1.5’niin dursaa jira

abdulwasii _Omar Apr 13, 2020 0
Dhaabbanni Google addunyaa kana waggaa Tiriiliyoona 1.5’n akka dursu beektu? Dhiheenya kana Googiliin Supper Kompiitarii addunyaa naasise hojjatee ture. Kompiitarri kun ariitii adda ta’e kan qabuu fi kompiitaroota hanga har’aatti turan…
Download & Link

Calculator iccitii keessan of keessatti qabatu – አስገራሚ የሞባይል ካልኩሌተር ስራ

abdulwasii _Omar Apr 12, 2020 0
Akkuma beekamu Bilbila keenya keessaa iccitii hedduu qabaachuu dandeenya iccitiilee kanneen ija namootaa duraa maqsuus ni barbaanna taha, kanaaf yeroo adda addaatti Aappii suuraa fi vidiyoo dhoksuuf nu gargaaran ni faayyadmna. Garuu…
Barruulee

Marsaariitota kitaabota garaa garaa buusuuf nu gargaaran 5

abdulwasii _Omar Apr 11, 2020 0
Yeroo ammaa hojii dhaabdee jirtaa?Bu'aa malee mana kee taa'aa jirtaa?Kitaabota si barbaachisan dubbisuun yeroo kee dabsruu ni barbaaddaa? Yeroo hojii malee oollu fi bu'aa malee mana keenya oollu kitaabota dubbisuun ni gorfama. Sababni…
Barruulee

Laptopi keessan paaswoordii isaa yoo dagattan osoo format hin godhin seenuf

abdulwasii _Omar Apr 10, 2020 0
Paaswoordiin Laptopi/Kompiitara keessanii yoo isin jalaa bade osoo faayilli keessan hin badin banuu ni dandeessu.የተረሳ የይለፍ ቃል (password) ከላፕቶፕዎ ላይ ለማስወገድ Jecha darbii Kompiitara keessanii yoo dagattan baay'ee hin rakkatinaa akkaataa…
Suur-Sagalee

Misseejii haqame guutuu nagayaan argadhu Photo fi Video – WhatsDelete

abdulwasii _Omar Apr 10, 2020 0
Whatsappii irratti waan qalbii nama rarraasu keessaa tokko Ergaa (misseejii) nuuf ergamee osoo nuti hin argin nu jalaa haqameedha. wanti nuuf ergamee ture suni maaluma ta'a kan jedhuun yaaduu dandeenya. Garuu furmaatni ni jira inniis…
Barruulee

Barumsa Saayinsii Kompiitaraa online irratti barachuuf marsaariitota barbaachisoo 5

abdulwasii _Omar Apr 10, 2020 2
Barumsa Saayinsii Kompiitaraa sarara (online) irratti barachuuf marsaariitota barbaachisoo shanየኮምፒተር ሳይንስን ትምህርት በመስመር ላይ (online) ለመማር 5 ድር ጣቢያ 1. Stanford Engineering Everywhere (SEE) Marsaariitiin kun Yuunivarsiitii Istaanfoordi…
Barruulee

Ajaa’iba interniitii irraa kan Ati quba hin qabne -Darkweb and Deepweb

abdulwasii _Omar Apr 9, 2020 1
Dark Web ykn Deep Web maalidha?ስለ ዳርክ ዌብ እና ዲብ ዌብ ምን ያውቃሉ?Diippi Weeb/Daark Weebiin kutaa interneetii isa dhokataa yoo ta'u, namni kamiyyuu salphaatti Google, Yahoo, Bing irratti fayyadamuu ykn argachuu hin danda'u. Amma interneetii nuti…
Older Posts
Newer Posts
Stay With Us
  • 20,881 Likes
  • 12,578 Followers
  • 65,005 Subscribers
  • 3,560 Friends
  • 8,900 Followers
Recent Posts
  • Godaansa Gara Ameerikaa Guutun jalqaba
  • Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
  • Technology Addunyaa sodaa keessa galche ‘Deepfake’
  • Bilisummaa Oromoof carraaquu
  • Youtube irraa Maallaqa argachuuf qabxiilee beekamuu qaban 15
Categories
  • Application 14
  • Barruulee 92
  • Computer 9
  • Download & Link 17
  • Oduu Biroo 2
  • Oduu Technology 15
  • Smart Phone 52
  • Software 2
  • Suur-Sagalee 22
Subscribe and Enjoy!
Subscribe and Enjoy!

Subscribe our newsletter to stay updated.

  • Facebook Join us on Facebook
  • Twitter Join us on Twitter
  • Youtube Join us on Youtube
  • Instagram Join us on Instagram
  • Telegram Join us on Telegram
  • Tumblr Subscribers
  • Linkedin Follow us
  • Home
  • Privacy Policy
  • About Us
  • Contact Us
© 2021- All Rights Reserved.
Website Design: abdulwasi
You cannot print contents of this website.
Sign in
  • Likes
  • Followers
  • Subscribers
  • Followers
  • Friends

Welcome, Login to your account.

Forget password?
Sign in

Recover your password.

A password will be e-mailed to you.