Dandeettii koodii malee Aappii hojjachuuf

Akkuma beekamu Moosaajii/Aappii barbaadde tokko hojjachuuf dandeettii koodii qabaachuun barbaachisaa ture, Garuu yeroo ammaa akkaatuma Teknooloojin babal’ataa dhufeen wanti hundi salphataa dhufee jira. Tajaajila Aappii hojjachuu kanaaf kan oolan Marsaaritiiwwan hedduun ni jiru, kanneen keessaa kan salphaa fi namuu Aappii yaade tokko ittiin hojjachuu danda’u isiniif fidnee jirra. inniis Appsgeyser jedhama.

https://appsgeyser.com/

itti faayyadama appygeyser

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time