Bilbila Nu Jalaa Bade (Hatame) Karaa ittiin argatuu dandeenyun.

Bilbila nu jalaa bade ykn nu jalaa hatame Karaa salphaa ittiin argatuu dandeenyu.

Mobaayilli keenya osoo nu jalaa badee ykn hatamee gara Waajjira Poolisii, Harka keenya sassaabbannee taa’uu, Faayilli keenya nu jalaa bade jennee booyuurra kan nu baraaru. Mobaayilli keenya wanta adda ta’e kan mataa isaa IMEI jedhamu qaba. ‘International Mobile equipment Identity’ jechuudha. Seera kana faayyadamuun Iddoo Mobaaayilli keenya jiru beekuu ni dandeenya.

~Karaalee armaan gadii haa hordofnuu:-
1) Gara *#06# Bilbilaa

2) Lakkoofsa addaa Bilbila keenyaa IMEI Dijiitii 15 qabu nutti agarsiisa.

FKN. Kanaan ?

3) Lakkoofsa nuuf baasu kana Yaadannoo keenyarratti qabatuu qabna. Sababnisaa, yoo Bilbilli keenya nu jalaa bade karaa ittiin barbaannu keessaa isa tokko. Mobaayilli keenya yoo bade ykn hatame Lakkoofsa Dhoksaa IMEI kanaa fi kan armaan gaditti tarreeffame waliin E-mail’n  (cop@vsnl.net) irratti ergina.

Your name ……..
Address …….
Phone model …….
Make …..
Last used number ……
E-mail for Communication…..
Missed date ……
IMEI number …….

Sa’aatii 24 keessatti Mobaayilli keessan harka eenyuu akka jiru, Lakkoofsa Bilbila nama ittiin fayyadamaa jiruu ‘E-mail’ keessanirratti isiniif ergama jechuudha. achi booda ‘GPRS System’ fayyadamuun Teessoo isaa irra gahuu dandeessu.

Galatoomaa!

Karaa Sitti toleen Share godhi

1 Comment
  1. Nuree says

    GPRS akkamitti fayyadamna haala fayyaadama isa nuuf maxxaansi mee

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time