Email fi Passwordi Nama fedhanii argachuuf – of eeggannoo haa goonuu

Hordoftoota Keenya kabajamoo Deebii gaaffii namoota hedduu kan ta’e “Akkaataa Facebook nama jalaa butamuu danda’uun” isiniif dhiheessinee turre.

Barnoota akkanaa barsiisun sirrii akka hin taane ni beekna haa ta’uu malee Sababa barsiisuu filanneefis VIDIYOO keessatti ibsinee jirra. Eegaa barnoota kana gad lakkifnee booda Maamiloonni keenya hedduun yaada nuuf barreessaniin wanta akkanaa Saaxiluun sirrii ta’uus Garuu Liinkii isaa raabsun sirrii akka hin taane nuuf himanii jiru. Maarree nutiis hordoftoota Keenya hunda DHIIFAMA isin gaafachaa ammaaf Liinkin asirraa kaafamee jira.

Barnoota kanaan wal qabateee dhaamsi isiniif dhaamnu Namni Gaarifi badaan wal keessa jira. Namni badaan tokko Vidiyoo tana laalee karaa hin taanen hiriyoota isaa miidhuu danda’a. Ammoo Namni Vidiyoo tana laale hundi karaa kanaan gowwoomuu hin danda’an. Hordoftoonni keenya hundi keessan bakka hundatti SHARE gochuun nu Gargaaraa. Hiriyoota keessaniis gocha kanarraa bararaa Galatoomaa
VIDIYOO https://youtu.be/dTYZLV2g0Gw

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time