Mobaayila keessan hattuun akka isin duraa hin hanneeef

🔹Mobaayila keessan chaarjii irra yoo godhattan namoonni dhufanii eeyyama keessan malee chaarjii irraa baasuf yoo yaalan mobaayilli keessan akka iyyu kan taasisu…
🔹Mobaayila keessan of bira keessanii yoo raftan eeyyama keessan malee bakka isin keessanii kan kaafamu/sassoohu taate akka iyyu kan taasisu…
🔹Akkuma beekamu hundi keenya Mobaayila kiisa ykn boorsatti qabannee bakka adda addaa deemna hattuun tokko dhufee mobaayila keenya kiisa ykn boorsaa keessaa baasuf yoo yaale akka inni harkaan tuqeen akka iyyu taasisuu… nu hordofaa…

Jalqaba video sirritti daawwadha achi booda Aappi kana download godhachuuf liinkii asii gadii kana tuqaa 

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.ralok.antitheftalarm

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time