Facebook irratti hiriyaa Jawaar tahuuf

Akkuma beekamu Facebook hiriyoota 5000 caalaa hin fudhatu, Namoonni tokko tokko namoota bebbeekamoof hiriyaa tahuu ni barbaadu. Namoonni beekamoonis nama confirm gochuuf ni filu akkanumaan nama karaa deemu hunda confirm hin godhan. Namoonni namoota bebbeekamoo yogguu kadhatan ni mul’atu. hanga na jalaa confirm godhi, add na godhi, nama tokko baasii na galchi jechuutti kan deeman ni jiru.

Maarree har’a Hayyuu keessan kan akkaan jaalattan Jawaar Mohammed-f Hiriyaa facebook tahuu yoo barbaaddan karaa isa ittiin quunnamuu dandeessan Email sirrii isaa isiniif fidnee jirra. karaa kanaan isa yoo quunnamtan akka isiniif deebisu abdii qabna.

Namoonni beekamoon social media irra haa jiraatan malee isaan quunamuun hedduu ulfaata, yaada commentii irraa yoo arganiis akka nama hin arginitti bira taru. Namoota beekamoo yeroo duraatif isaan quunnamuuf dirqama Email barbaachisa, Ergaa Email irratti barreeffamu hunda ni keessummeessu jechuun ni danda’ama. Namoonni kunneen, miidiyaalen, dhaabbileen mootummaa fi miti mootummaa yogguu wal quunnamuu barbaadaniis karaan inni guddaan tokko kana.

Email Jawaar jawarmd@gmail.com

Xalayaa Nagaya gaafachuu irraa hanga Nagayaan xumurutti tolchii barreessi. sababa gahaa amansiisaa dhiheessif, Liinkii facebook keetii fi screenshot facebook keetii bira kaahi.

Akka taphatti hin ilaalin dhugaa baanna
Dubbisuu keessaniif Galatooma!

3 Comments
  1. Efram solomon says

    Haga,u nagaan koo hayyu Kabajama jawar mamadif akkam nagaa keeti ani nagaadha

  2. Abdujabar shukar ykn Yoomii Laata says

    Nuuf jabadhu goota keenya

  3. tofik says

    Galatoma

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time