Osoo online hin mul’anne namootaa barreessuf

Miidiyaalee hawaasaa irratti yogguu hiriyota fi maatii keenyan waliif barreessinu online tahuun keenya osoo hin mul’anne ergaa feene barreessufi ni dandeenya. osoo online hin mul’anne namatti haasayuf moosaajii (Aappii) hedduutu jira. Garuu kan har’a isiniif fidne hunda caalaa filatamaadha. whatsapp, IMO, Telegram fi bakkoota biroottis ni gargaara. kana jechuun Aappii tokko qofa faayyadamna bakka hundatti online tahuun keenya osoo hin beekamin namatti haasayuu dandeenya. Aappin kun maqaan isaa DirectChat jedhama. Google Play store keessaa argachuun ni danda’ama. Liinkii asii gadii irratti tuquun buufadhaa.

Download gochuuf
https://play.google.com/store/apps/details?id=net.uniquegem.directchat&hl=en_GB

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time