Interniita bilaashatti faayyadamuuf

Karaaleen interniita bilisaan itti argatan hedduutu jira. Garuu rakkoon isaanii biyya filu, siimkaardii filu, Netoorkii fi bilbilaas kan filan ni jiru. Ati biyya keessa jirtuufi siimkaardii faayyadamtu irratti interniita bilisa ta’e argachuuf karaalee hedduu yaalii gochuun sirra jiraata. Nuti har’a maamiloota keenya Sa’uudi Arabiyaa jiraataniif karaa interniita kaffaltii tokko malee argachuu danda’an dhiheessinee jirra. maamiloonni keenya biyya adda addaa irraa nu hordoftan isiniis karaa kanaan yaalii gochuu dandeessu yoo isiniif hojjate gammachuun keessan gammachuu keenya.

kanneen Sa’uudi Arabiyaa jiraattan interniita bilisaan argachuuf siimkaardii Zain jedhamu kan Data qofa hojjatu isin barbaachisa. kanneen biyya biraa jiraattaniis siimkaardii Data qofa hojjatu yoo argattan karaa kanaan yaaluu ni dandeessu. siimkaardii barbaadamtu tana eega argattanii booda bilbila keessanitti galchuun Psiphon Pro 237 download godhachuun Connect gochuu qofatu isinirraa eegama.

Psiphon pro 237 download gochuuf
https://drive.google.com/file/d/19NLDFfZ33sdfninldQgxTzaZNLI5dkzi/view?usp=sharing

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time