GB Whatsapp Download Gochuufi Update Gochuuf

GB whatsappiin filannoo namoota hedduuti. garuu suuqota beekkamoo akka ‘Google play store’ keessaa argamuu dhabuun rakkisaa ta’ee jira. namoonti hedduunis gaaffii akkamitti ‘download’ goonafi ‘update’ goona jedhu irra deddeebin nu gaafatu. kanaafuu GB whatsappii haaraya kan yeroo waliin tarkaanfatu argachuuf yeroo mara gara kana dhufuu dandeessu.

GB whatsapp haaraya Liinkii asii gadii irraa download godhadhaa. kanneen Update gochuu feetanis kanuma Download godhaa itti aansun Install godhaa.

Liinkii GB Whatsapp
https://bit.ly/2FO6wcb

bakka Download jedhu kana tuqii Gb whatsapp buufadhu.
Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time