LIVE Facebook irraa Atiis Facebook kankee irratti tamsaasuf – Gostream

Facebook irratti LIVE tamsaasuf karaalee adda addaatu jira. kanneen keessaa Gostream isa tokkoodha. Gostream faayyadamuun vidiyoo facebook irratti LIVE tamsaasamaa jiru isiniis achumaan facebook keessan irratti LIVE tamsaasuu dandeessu. Youtube irrattiis bifuma wal fakkaatun ni danda’ama.

Gostream kana dura isiniif dhiheessine Guyyaa tokkotti yeroo lama qofa LIVE dabarsuu danda’a, Daqiiqaa 31 qofa LIVE deema, akkasuma watermark ofirraa qaba (maqaa dhaabbata sanaa vidiyoo keessan irratti mul’isa)

Gostream Har’a isiniif fidne addaadha. Guyyaa tokkotti yeroo kudhan LIVE dabarsuu danda’a. Hanga sa’aatii lamatti ni deema, watermark ofirraa hin qabu. wal-faana LIVE si’a sadi tamsaasuus ni danda’a.

Gostream download gochuuf ⇣⇣
https://drive.google.com/file/d/1Wh138pLEn62Kl3rqmZVv-iA-Yt8Bddbh/view?usp=sharing

Akkaataa itti faayyadama Gostream

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time