iccitii 4 beekun dirqama tahu – የፍቅረኛህን ስልክ ለመጥለፍ 4 መንገዶች

iccitii call forwarding 4 beekun dirqama tahu. Barnoota Guyyaa Har’aa Akkaataa Namni tokko bilbila keenya dhimma itti bahuu danda’uufi Nuti ammoo Ofirraa ittisuu dandeenyun ilaalla.

WAA’EE ‘call forwarding’ maal beektu? Hiriyaan keenya tokko dhoksaan bilbila keenya gara bilbila isaatti dabarsuu akka danda’u hoo beektuu? Hiriyaa badaa yoo qabaanne bilbila qofa osoo hin taane SMS dabalatee gara isaatti akka ergamu gochuu danda’a. Kuni ammoo salphumatti Ergaa nuuf ergamu akka too’atuuf ni gargaara. Ergaa nuuf ergamu hunda too’ate jechuun rakkoo nu irra geessisuu danada’u isinummaan tilmaamuu dandeessu.

‘Call forwarding’ waan haaraya ta’uu baatus Garuu iccitiilee hedduu of keessaa qaba. iccitiilee kanneen baruun faayyadamtoota bilbilaa hunda irratti dirqama. (bilbila xixiqqollee yoo qabaanne nu ilaallata) Vidiyoo asii gadii daawwadhaa.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time