Facebook Afaan Oromootin hojii eegale

Afaan Oromoo afaan saba bal’aa tahee osoo jiruu garuu hanga barbaadamu osoo hin guddatin hafeera. Hayyoonni dhimma afaanii irratti hojjatan halkanii guyyaa carraaqaa jiru. haaluma kanaan Afaan Oromoo tarree Afaanota Technology faana hiriirsuf carraaqqin godhamu itti fufee jira. kana keessaa Facebook Afaan Oromootin akka hojii eegalu taasisun isa tokkoodha.

Facebook keessan ammuma gara Afaan Oromootti jijjiirtanii faayyadamuu ni dandeessuu vidiyoo asii gadii daawwadhaa.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time