Lakkoofsa Gara Liinkitti jijjiiruuf

Akkaataa Lakkoofsa Whatsappii keessanii gara Liinkitti jijjiiruu dandeessan isin agarsiisna.

Fkn akka asii gadii kanatti
👉 https://bit.ly/2LABMwl

Faayidaan inni qabu:

1, Namni yogguu lakkoofsa whatsappii keessan isin gaafate liinkii kana itti erguu dandeessu
2, Namni whatsappin isin dubbisuu barbaade osoo lakkoofsa keessan Save hin godhin isin dubbisuu danda’a isiniis nama barbaaddan osoo Save hin godhin dubbisuu dandeessu

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time