Browsing Tag

Setting

Android maali?

Android'n sirna dalagaa (operating system) mobaayilaa kan yeroo ammaa bali'naan jirudha. Operating system mobaayilaa jechuun gosa sooftiweeraa mobaayila keessatti argamu kan qaamoleen mobaayilaa hundi waliigalanii waliin akka dalagan

Barnoota Telegram kutaa 2ffaa

Telegraama yeroo faayyadamnutti yoomeessaawwan (settings) gaarii ta'an fi akkasuma dhoksaawwan faayidaalee hedduu qaban ni jiru. kanaaf kuataa kana keessatti baay'ee barbaachsioo kan ta'an filannee ilaalla. 1. Username uummachuu