Tajaajila Online irratti kenninu 8

1. Website (marsaariitii) Namoota dhuunfaa, dhaabbilee fi Gareewwan adda addaatif ijaaruun ni dhiheessina. kuni akkaataa walii galteen raawwatama, website haaraya A-Z ni ijaarra. website ijaarame kun hanga hojii isaa eegaluttiis ni utubna. Namoota haarayaf akkaataa website ofii itti too’atan leenjii ni kenninaaf.

2. Loogoo (Aastaa) ammayyaawaa ta’e boca isin feetaniin hojjachuun ni dhiheessina. ykn maqaa keetifi hojii hojjattu nuuf himtaa nuti Loogoo ni taha jennu hojjannee siif dhiheessina.

3. Intro (vidiyoo gabaabaa) bareeda tahe loogoo fi jechoota isin feetan irraa hojjachuun ni dhiheessina.

4. Waraqaa ragaa Dijitaalaa tahe ni hojjanna, yoo barbaachisaa ta’e mallattoofi loogoo keessan irra kaayun ni dhiheessina.

5. Beeksisa beeksifchuu kan barbaaddan hundaaf:-
• Dhaabbilee Mootummaaf
• Dhaabbilee dhuunfaaf
• Daldaltootaf
• Namoota dhuunfaa fi kkf hundaaf waan keessan bifa barruun, Poostara fi Vidiyoon interniita irratti ni beeksisna. Guyyaa murtaa’etti Akka milkaa’uf faana ni buuna!

6. Bittaa fi Gurgurtaa:-
• Peejii Facebook LIKE 10,000 (kuma kudhan) ol qabu ni binnaa ni gurgurra
• Instagram Followers 10,000 (kuma kudhan) ol qabu ni binnaa ni gurgurra
• Chaanaalii YouTube Subscribe 1000 (kuma tokko) ol qabu ni binnaa ni gurgurra. Accountii kamuu gurguruu yoo feete nu quunnami, yoo bituu feetes nu quunnami.

7. Hordoftoota social media dabaluu:-
Miidiyaalee hawaasaa irrati Hordoftoota dabalachuu yoo feete siif dhiheessina. Peejii facebook irratti guyyaa lama qofa keessatti Follow hanga kuma kudhan tahu siif ergina. akkasuma Youtube irratti subscribe siif ergina. yoo vidiyoo kee irratti view barbaadde kanaas ni raawwanna.

8. Online Payment:- Kanneen hojiilee garaa garaa online irra hojjattan hundaaf akkaataa maallaqa hojjattan ittiin argachuu dandeessaniif haala ni mijjeessina. kana booda namni online irra hojjatu kamuu maallaqa online irra hojjadhe dhaba jedhee yaadda’uu hin qabu. Nuti baankiilee Elektiroonkiksii 5 waliin ni hojjanna. isaanis..
Paypal, Payoneer, Payeer, Skrill, Bitcoin
Online irra bakka feete hojjadhuu, Maallaqa kee baafachuuf nu quunnami. Kaffaltii online irratti siif kafalamu Mana baankii siif dhiyoo jiru irraa Qarshii kaashii akka argattu si taasifna.

Waan yaaddan Hojjachuu, Hojjachiisufi Too’achuuf Gorsaafi Leenjiin addaa ogeessota ciccimoon isiniif kennama. isinirraa kan eegamu yaada keessan ifa nuuf taasisuu qofa.

Karaan ittiin nu quunnamuu dandeessan teessoo asii gadiiti.

Telegram https://t.me/abdulws