Online Payment Service – Ethiopia

Good News! Oduu Gaarii 

Online irra bakka feete hojjadhu, qarshii hojjatte kaashii argachuuf nuhitti dhiyaadhu. Hedduun namootaa online irra hojjachuu yogguu baqatan ni argina. sababni isaa guddaan “Maallaqaan hojjadhe karaan ittiin argadhu hin qabuu” kan jedhuudha. Dhimmi kafaltii online irraa kun baay’inaan namoota biyya keessaa akka rakkisaa jiru ni hubanna.

Nuti rakkoo kana guutumatti furree jirra. Baankiilee Elektiroonkisii 4 fi Kiriptoo 1 waliin ni hojjanna. isaanis:

  • PayPal
  • Payoneer
  • Payeer
  • Skrill
  • Bitcoin

? ? ? website ykn Aappii ykn dhaabbata feetee waliin hojjadhu. maallaqa kaashii mana baankii naannoo kee jiru irraa baafachuuf nu quunnami. Tajaajilli keenya dhimma kafaltii qofaa miti. Hojii online irratti hojjatamuun wal qabatee ‘Gorsa Addaa’ ni kennina. Dursa irratti gara keenya dhufuun nu mariisisuu dandeessa.

Telegram: https://t.me/abdulws