Hiikkaa Google Afaan Oromoo irratti haa hirmaannuu
Afaan Oromoo Afaanota Gurguddoo Addunyaa 109 tti makamee tajaajila kennuu jalqabuuf Jechootni English Miliyoona 1 fi isaa ol Afaan Oromootti yoo hiikamaniidha. Kana milkeessuf Namni Jechaa fi Hima Afaan English gara Afaan oromootti hiikuu danda’u kamuu irratti hirmaachuu ni danda’a. kanaaf immoo dhaabbanni Google haala mijeessee jira. Afaan Oromoo tarree Afaanota gurguddatanii hiriirsun hojii namoota … Continue reading Hiikkaa Google Afaan Oromoo irratti haa hirmaannuu
Copy and paste this URL into your WordPress site to embed
Copy and paste this code into your site to embed