Bilbila Nu Jalaa Bade (Hatame) Karaa ittiin argatuu dandeenyun.

Bilbila nu jalaa bade ykn nu jalaa hatame Karaa salphaa ittiin argatuu dandeenyu. Mobaayilli keenya osoo nu jalaa badee ykn hatamee gara Waajjira Poolisii, Harka keenya sassaabbannee taa’uu, Faayilli keenya nu jalaa bade jennee booyuurra kan nu baraaru. Mobaayilli keenya wanta adda ta’e kan mataa isaa IMEI jedhamu qaba. ‘International Mobile equipment Identity’ jechuudha. Seera kana … Continue reading Bilbila Nu Jalaa Bade (Hatame) Karaa ittiin argatuu dandeenyun.