Waa 2 kana sirritti yoo raawwatte dhukkubni corona si hin aragatu

1, Mana keetii bahuu dhiisuu; sababiin vayirasiin koroonaa ittiin faca’auufi namarraa gara namaatti darbu tokko bakka namoonni baay’een walitti qabamnitti mul’achuudha. kanaafuu yeroo murtaa’ef mana ofitti turuun furmaata ni ta’a.

2, Harka kee dhiqachuufi qulqullina sirritti eeggachuu; irra deddeebin Sirritti harka dhiqachuu fi saabunaa harka ququlleessan faayyadamuu. (qulqullina guutuu eegachuu waliin)

Fayyaan Faaya!
Fayyaa hin dhabinaa!

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time