Psiphon Pro beeksisa ofirraa hin qabnee fi qophataa tahe

Akkuma beekamu VPN psiphon jedhamu hedduu jaalatamaadha. keessaafu maamiloonni keenya saudi arabia jiraatan baay’ee barbaadu, Nutiis yeroo hedduu waa’ee psiphon pro irraa haasofnee jirra. faayidaa inni qabuufi miidhaa inni qabuus dhiheessaa turre, Har’a ammoo psiphon pro maallaqaan gurguramu bilaashatti isiniif fidnee jirra.
Psiphon maallaqaan gurguramu kan maallaqa malee itti gargaarmnu sanaan wal adda. FKN psiphon maallaqa malee faayyadmnu beeksisa ofirraa qabaa, yogguu connect goonu osoo nuti hin barbaadin nu fudhatee chrome keessa nu galcha akkasuma qophina interniitaas gad buusa. yoo ammoo maallaqa itti kafalle beeksisa tokkollee nutti hin baasuu qophina interniitas nuuf dabala.
Psiphon maallaqni itti kafalamu kunoo oromosamsung bilaashatti isiniif fidee jiraa Liinkii asii gadii irraa download godhadhaa. psiphon kana playstore-n alaa download gootu, Garuu qulqulluudha nu darara jettanii yaadda’uu hin qabdan, Psiphon kuni kan yeroo ammaa update taheedha.
Psiphon pro download gochuuf
https://drive.google.com/file/d/1hC0HPwBM_2GKB8Cf-NNbJnWf7tTVmtUy/view?usp=sharing